16/09/2022
BAGA WAGGAA HAARAA GEESSAN🌄
Waaqayyoo Isa Baraa Barattii Nu Dabarseef Galannii Haa tahu!!! Haa Gahu Nagaan koo Jaallatamoo Baratootaa Fi Hojettoota Mana Baruumsa ASK Hundaaf. Galannii keenya guddaadha ummaata magaala Nekemte jaalala, Gargaarsa Fi karaa garagaratiin nu bira dhaabachaa turtaaniif. Ijjoollee keessan mana baruumsaa keenyatti barsiisuudhaaf warrii fedha qabdan galmee eegaluu keenya yeroo isiin beeksiisnu gammachuu guddaadhaanii!!! odeeffannoo dabalataaf Name: ‎Surafe‎
Phone: ‎‎0917810916‎‎