07/01/2026
Happy Ethiopian Christmas! May this special day fill your heart with joy, peace, and love. Wishing you and your family a blessed celebration filled with happiness and togetherness!"
Maatii daa'mman keenya hundaaf baga guyyaa yaadanoo dhalachu Goftaa keenya Yesus Kirstoosiin nagaan isiin gahee!! Guyyaan kun guyyaa gammachu,nagaa,jaalalaa fi tokkumma isnii fi maatii keessan hundaaf haa ta'u!!!
Olmaa Daa'immanii fi Deey care Feezi irraa!!