Kaayyoo Galmaan gaa'uf

Kaayyoo Galmaan gaa'uf Wbo

JIRRA BULLE BARI ARGUUF
12/06/2024

JIRRA BULLE BARI ARGUUF

Jira huunda bacha
21/02/2024

Jira huunda bacha

18/02/2024
Jira jirttu
17/10/2023

Jira jirttu

29/07/2023
Tulluu guddaatu jigeeBiyyoo ta'a maleessaaKan jirma sobaa baannuHin jiru akki kaleessaa! Bilisummaadhaan ifa...Dukkanni ...
22/07/2021

Tulluu guddaatu jigee
Biyyoo ta'a maleessaa
Kan jirma sobaa baannu
Hin jiru akki kaleessaa!
Bilisummaadhaan ifa...
Dukkanni bara dheeraa
Dhaloonni ijaa baasu
Oromoof dhalateera💪

Jaalale Koo kaanan akka Lubbuti jaaladhu fi kabaajuKaan na bira jirttu fi Kaan Na keessa jirttuJaalala addan cinneeKan j...
27/05/2021

Jaalale Koo kaanan akka
Lubbuti jaaladhu fi kabaaju
Kaan na bira jirttu fi Kaan
Na keessa jirttu

Jaalala addan cinnee
Kan jiraatu itti fufee
Sin jaalladha an yoomuu
Jibba of keessa tufee
~
Namni jibbeef si jibbee
An darbadhee sin gatuu
Hidda na keessa qabdaa
Yoo muranis kan latuu....!
~
Onneen kiyya obsitee
Si qofaadha kan eegduu
Kan haalaan hin murtoofnee
Sin jaalladha bareedduu...!
~
Jecha namaan gowwomee
Ololaaf bakka hin laadhuu
Rakkoon yoo natti cimtes
Si dhiisee qofaan kaadhuu...!
~
Halkanis ta'u guyyaa
An hin fedhu si dhabuu
Jaalala qulqulluudhaa
Kan onneen koo siif qabuu!

Oroomo fi oroomiyyan
Kaan barreesse
Jaal YAADANNOO KAAYYOO IRRA

WBO N akkasin Uummata Isa waliin Mari geegeesa jira Inniis akkanan  jedhaan 1 nuti fillaannoon keenya afaan qawweti .2 w...
08/05/2021

WBO N akkasin Uummata Isa waliin Mari geegeesa jira
Inniis akkanan jedhaan
1 nuti fillaannoon keenya afaan qawweti .
2 waraaqaan filaachuun jarra hanga ammati nu gabrommse jira jechuun waliin dubaatan
Qurxxumiin akkasin gallaanaa keessa jiraacha jira
Hubaadhu

27/03/2021

Aanaa Arxummaa Fursii Waajjira poolisiitti liyyuu Haayiliin Amaaraa boombii darbate .
[SQ-Bitootessa 27/2021]
kaaba Oromiyaa walloo Aanaa Arxummaa Fursii magaalaa caffaa Roobit keessatti humnootni ijaarsa liyyuu haayilii qabanii fi tumsa Amaaraa qaban boombii waajjira poolisiitti darbataniin miidhaan qaqqabuu maddeen nuuf himaniiru.
Akka maddeen keenya nuuf himanitti miidhaa qabeenyaa fi nam irra qaqqabe ammaaf kan adda hin baanee fi boombiin ganma irra darbatamuu nuuf himuun erga boombiin darbatamee boodas naannoo sanatti sagaleen dhukaasaa akka ture nuuf himaniiru.

15/03/2021

KAAYYOO KEE GALMAAN GAATE
JAALA KOO😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
KAAYYOO KEE GALMAAN geenya

Address

Murannoo Wbo
Nekempte

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kaayyoo Galmaan gaa'uf posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share