Gudina Bekele

Gudina Bekele Haqa sammuunkee qabu utuu beektuu dhugaa dabsitee garaakeef hin loogiin!

17/05/2025

Carraa argatte kamuu fayyadamii wanta gaarii hojjedhu. Gaarummaan ofiifi!

17/05/2025

Namni kamuu siidaa miti. Akkuma gaafa duraa sanatti, jijjiirama tokko malee hafuu qaba ilaalcha jedhu hin qabu ani. Ta'us jijjiiramni amma argaa jirru garuu akka malee saffise. Fiignee dhaloota kana qaqqabuun nu rakkisaa jira.😉

Rakkoodha🤔

Riqichi bowwaa gumaa duuchuu danda'u dhiifama qofadha!
17/05/2025

Riqichi bowwaa gumaa duuchuu danda'u dhiifama qofadha!

30/04/2025
Hin hafiinaa, hin hafamu!
15/07/2024

Hin hafiinaa, hin hafamu!

Faarfataa solomoon Alamuu Har'a galgala sa'a 9:00PM irraa eegalee    Afaan Oromoo   fi youtube Qaanqee Show irratti  nu ...
29/06/2024

Faarfataa solomoon Alamuu

Har'a galgala sa'a 9:00PM irraa eegalee Afaan Oromoo fi youtube Qaanqee Show irratti nu eegaa jedhu 💪

Address

Oro
Nek'emte

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gudina Bekele posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share