Liibee Lookoo official

Call Directions Contact the school

Liibee Lookoo official Kennaan guddaan Gorsa
↪️Badhaasani guddaan Jaalala
↪️Aangoon guddaan Of danda'uu dha.
️Lookoo on
(2)

25/08/2026

"Lafee Ilmaan Oromoo dhiisnee eessa dhaqna?" Turtii Obbo Juuneydii ...

03/07/2026

21/06/2026

Maqaan koo Jibril Ahmed Liibee Lookoo jedhama. Ani dargaggo teeknoolojii fi koodingii jaallatu, dandeettii dizaayiniitiin of fooyyessuuf kutannoo cimaa qabudha.

| 🫴Kaayyoo Koo
Kaayyoon koo inni guddaan koodingii ammayyaa barachuun uummata koof weebsaayitiwwan qulqullina qaban, ammayyaawaa fi bilbilaan salphaatti banaman ijaaruun tajaajiluudha.

Dandeettii Koo (Skills)
👉HTML5
👉CSS3
👉Responsive Design
👉Python Learning

TAJAAJILAWWAN KOO

➡️Web Design
Weebsaayitiwwan dhuunfaa, kan daldalaa fi dhaabbata keessanii bifa miidhagaa fi ammayyaawaa ta'een koodii fayyadamuun nan ijaara.

➡️Responsive Design

Weebsaayitiin ani ijaaru hundi bilbila harkaa, taableetii fi kompiutara irratti bifa sirrii fi qulqulluu ta'een akka banamu godhee nan dizaayina.

➡️Graphic Design

Dabalataan dizaayinii fakkiiwwanii, uumama loogoo ammayyaa fi dizaayiniiwwan barreeffama miidhagoo ta'an weebsaaytii keessaniif nan qopheessa.

➡️SEO Optimization

Weebsaayitiin keessan Google fi miidiyaalee hawaasaa irratti salphaatti akka argamuu fi beekamtii argatu gochuuf koodii isaa nan fooyyessa.

Gara keenya dhufuuf liinkii armaan gadii kana tuqaan nuqunnamaa👇
👉 https://jibrilahmed36.netlify.app/

31/03/2026
13/03/2026
30/11/2025

Address

LOOKOO
Meyu

Telephone

+251919391894

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Liibee Lookoo official posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Liibee Lookoo official:

Shortcuts

Share