Dici elementary school

Dici elementary school Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Dici elementary school, Elementary School, Metu.

27/04/2026
Waxabajjii 29/10/2014 Kabaja Ayyaana Maatii!!!!πŸ–ŠοΈπŸ–ŠοΈπŸ–ŠοΈπŸ–ŠοΈπŸ–ŠοΈπŸ–ŠοΈπŸ–ŠοΈπŸ–ŠοΈπŸ–ŠοΈπŸ–ŠοΈπŸ–ŠοΈπŸ–ŠοΈπŸ–ŠοΈπŸ–ŠοΈπŸ–ŠοΈπŸ–ŠοΈπŸ–ŠοΈDicii qerransaan lolu jedhe  mareen maa...
06/07/2022

Waxabajjii 29/10/2014 Kabaja Ayyaana Maatii!!!!
πŸ–ŠοΈπŸ–ŠοΈπŸ–ŠοΈπŸ–ŠοΈπŸ–ŠοΈπŸ–ŠοΈπŸ–ŠοΈπŸ–ŠοΈπŸ–ŠοΈπŸ–ŠοΈπŸ–ŠοΈπŸ–ŠοΈπŸ–ŠοΈπŸ–ŠοΈπŸ–ŠοΈπŸ–ŠοΈπŸ–ŠοΈ
Dicii qerransaan lolu jedhe mareen maatii fi kabajni guyyaa ayyaana maatii barattootaa bifa ajaa'iba taheen gaggeeffamee oolera.
Maatii barattootaa mana barumsaa Dicii,koree GMBB, fi Barsiisota keenyaaf galata guddaa qabna.
πŸ–ŠοΈπŸ–ŠοΈπŸ–ŠοΈπŸ–ŠοΈπŸ–ŠοΈπŸ–ŠοΈπŸ–ŠοΈπŸ–ŠοΈπŸ–ŠοΈπŸ–ŠοΈπŸ–ŠοΈπŸ–ŠοΈπŸ–ŠοΈπŸ–ŠοΈπŸ–ŠοΈπŸ–ŠοΈπŸ–ŒοΈDicii generation!!!!

30/06/2022

Qorumsa kutaa 8 ffaa
::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::
Qorumsi naannoo kutaa 8 ffaa bara 2014 gaafa waxabajji 27_29,2014 tti akka kennamu ifoomeera.
Kanaafuu dhimmamtootni qormaataa marti kana beekuun bakkaa fi yeroo jedhame akkasumas gahee isinitti kenname bahuun milkaa'ina isaaf haa gumaachinuun dhaamsa keenya.
:::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::

Guyyaa 18/10/2014 Godina Iluu Abbaa Boor Aanaa Bachoo M/B BSTD Bakkoos har'a barattoota BSTD yeroo jalqabaaf barsiisaa t...
25/06/2022

Guyyaa 18/10/2014 Godina Iluu Abbaa Boor Aanaa Bachoo M/B BSTD Bakkoos har'a barattoota BSTD yeroo jalqabaaf barsiisaa ture marsaa 1ffaa Eebbiseera .

Waxabajjii 11/10/2014 hojii misoomaa  m/b BSTD Bakkoos hawaasni  bakka Ashaaraan magaarisaa dhaabbii qopheesseera Dicii ...
18/06/2022

Waxabajjii 11/10/2014 hojii misoomaa m/b BSTD Bakkoos hawaasni bakka Ashaaraan magaarisaa dhaabbii qopheesseera Dicii generation!!

Waxabajjii 08/10/2014 hawaasni m/b Dicii haala Kanan buna dhaabaa oolera bu'aa hojii kanaafis koree fi caasan Galata qab...
15/06/2022

Waxabajjii 08/10/2014 hawaasni m/b Dicii haala Kanan buna dhaabaa oolera bu'aa hojii kanaafis koree fi caasan Galata qabdu yeroo hunda faayida uummataa dursa kennuu barbaachisadha. Dicii generation!!

Caamsa 30/09/2014 hawaasaa m/b waliin hojii misooma m/b Dicii yeroo hojjetan qindoomina hojii kanaaf barsiisonni fi kore...
08/06/2022

Caamsa 30/09/2014 hawaasaa m/b waliin hojii misooma m/b Dicii yeroo hojjetan qindoomina hojii kanaaf barsiisonni fi koree m/b Galata qabdu Dicii generation!!!

Koree qormaata CRC Aggaaroo qorumsa semisteera 2ffaa bara 2014 yeroo calalan!!
07/06/2022

Koree qormaata CRC Aggaaroo qorumsa semisteera 2ffaa bara 2014 yeroo calalan!!

Dicii generation Guyyaa 03/09/2014 haala kenninsa  qorumsaa g/g gaafa guyyaa 08----12/09/2014 kennamuu, Nageenyaa fi Naa...
11/05/2022

Dicii generation Guyyaa 03/09/2014 haala kenninsa qorumsaa g/g gaafa guyyaa 08----12/09/2014 kennamuu, Nageenyaa fi Naamusaa irraatti barsiisotaaf barattoota waliin mariin geggeeffara.

Guyyaa 26/08/2014 M/B Dicii bakka Ashaaraa magaarisaa qopheessuufi isa dhabbate kunuunsuu.
04/05/2022

Guyyaa 26/08/2014 M/B Dicii bakka Ashaaraa magaarisaa qopheessuufi isa dhabbate kunuunsuu.

Guyyaa 11/08/2014 sochii gumii Dagaagina Afaan Oromoo M/B Dicii
19/04/2022

Guyyaa 11/08/2014 sochii gumii Dagaagina Afaan Oromoo M/B Dicii

Address

Metu

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dici elementary school posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share