Civil Engineering knowledge Afaan Oromotin

Civil Engineering knowledge Afaan Oromotin Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Civil Engineering knowledge Afaan Oromotin, Education, None, Mesela.

Hordooffatottafii jalaatamtoonii fuula phegii keenya yaadaffii gaafii qabdan akka nu qoodan kaabajafii jalaalan issiin g...
06/07/2021

Hordooffatottafii jalaatamtoonii fuula phegii keenya yaadaffii gaafii qabdan akka nu qoodan kaabajafii jalaalan issiin gafan

Paagii kan like sheraa godhuudhan  nu ciina dhaabadha laami ko hundii kessanuu
17/02/2021

Paagii kan like sheraa godhuudhan nu ciina dhaabadha laami ko hundii kessanuu

04/01/2021

Hamaa feedhan nu diiganiisa nutii ijaarachun keenya ittii fuufe.

Jiirtuu ijoolee biiya koo hundii kessanu turtii yeero mursaa booda waliiti deebine jiira baga naghaan nuu eedan yaada fi...
18/12/2020

Jiirtuu ijoolee biiya koo hundii kessanu turtii yeero mursaa booda waliiti deebine jiira baga naghaan nuu eedan yaada fi qeequ kessan baarban

Ergaa koroonan gara biiya keenya seene lokkofsii isaa daabale mootuman biiyaati tatamsa'iiin isaa too'achuf kumandii pos...
13/06/2020

Ergaa koroonan gara biiya keenya seene lokkofsii isaa daabale mootuman biiyaati tatamsa'iiin isaa too'achuf kumandii postii laabsun nii yaadatamaa.murtoo akkassii fuudhachuun yaada gaariidha.dhaabilee namooni ittii baayataniis hedduu isaanii cuufaniiru, takko tokkos baayin nomata irrisanii jiiru.tokko tokkosa akka barbachiisumaa issanifi guddiin biiyatii waajiin wal qabatee.akka ittii fuufan murtessanii jiiru.fkn bankii,iddoo ijaarsaa,buftaalee konkoolata fi k.k.d
Iddoo ijarsaa ykn construction hojaatoni achiiratii hiirmatan faagenyaa isaanii eegaacha maskii uffaacha akka hojjatan haayamaame jiira.gaaru baaratoota aparntii baahan maalif akka dhorkan naa gaale ?????????
Ara gaaru taate ajaa'iba tokkon argee innisa maali yoo jeetan.hogattooni bilisxiiginaa toola olltuma jeedhanii gaffaa foundation qotannin argee.

Qulquullin bakka ijaarsa (site clearance )Istirakachaarii  kaamu ijaaruuf fkn Gamoo ,Daandii, Riiqichaa,Tankarra bishani...
19/04/2020

Qulquullin bakka ijaarsa (site clearance )
Istirakachaarii kaamu ijaaruuf fkn Gamoo ,Daandii, Riiqichaa,Tankarra bishanii, Bollaa baalfa ittii gaatan,Humaan ibaasa (water Dam) Saarara jaalisii, fi k. K. F.
1 Hojii civil engineering inni jaalqabaa naanoo woorachuu haala naanoo siiriti hubachuu,haaqintaa fi ga'umssota naanoo murtesu.
2 biiye qorachuu (soil test) san booda eerga biiyen keenya wantoota nutii baarbanu nu gutee.
3 gaara qulquulun bakka (site clearnse )eegala isaa jeechun wantoota irra laffartii argaaman fkn qushasha ykn koosii, hiddaa mukaa balfaa gaargaraa.gaddii faagenyaa hangaa ciintimetiiri(10 -20cm)taahu daandaha.

Page keenya kan like ,share,godhaa hiriiyota kessani qodaaAkkasumsa yaada fi gaafii yoo qabaataniisa nu barresuu nii daa...
09/04/2020

Page keenya kan like ,share,godhaa hiriiyota kessani qodaa
Akkasumsa yaada fi gaafii yoo qabaataniisa nu barresuu nii daandessan hundaa kessanu baaye gallatomaa.

Dhibee zaban kun akka maale hammate jiira rabbii nii dandahaa furmaata waara nuu haa fiidu.
18/03/2020

Dhibee zaban kun akka maale hammate jiira rabbii nii dandahaa furmaata waara nuu haa fiidu.

Utubaa(column ) design gafa gonuu dheerin isaa bakka saaditi qoona  L/4 ,gara jalaqaba fii gaara dhumatii L/8 gaara Walk...
15/03/2020

Utubaa(column ) design gafa gonuu dheerin isaa bakka saaditi qoona L/4 ,gara jalaqaba fii gaara dhumatii L/8 gaara Walkaa ykn juddutii eerga akkati adda qodannee booda baayin istaffaa ykn stirrup issani baarbanaa.
1 Addan faagenyii istaffa laama jiiddu yoo baayate 3rd
2 Adda faagenyii istaffa laama jidduyoo xiqate 24d
d =di'aametirii feero
L=dheriin utuuba ykn column

1,Maaqan meeshaa armana gadditii argamuu kuni maali ?2,faayadan isaa hoo maali?
10/03/2020

1,Maaqan meeshaa armana gadditii argamuu kuni maali ?
2,faayadan isaa hoo maali?

Gargaaruman Civilii fi Arkitekchaarii maali ?
05/03/2020

Gargaaruman Civilii fi Arkitekchaarii maali ?

Civil Engineering jeechun saayinasii ogumaa Aratii fi herregati degarramee want haarawa ummuu ykn isaa duuran tuure fooy...
01/03/2020

Civil Engineering jeechun saayinasii ogumaa Aratii fi herregati degarramee want haarawa ummuu ykn isaa duuran tuure fooyessudha.

Address

None
Mesela
NONE

Telephone

+251912399858

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Civil Engineering knowledge Afaan Oromotin posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category