Ustaz Abdusabur Haji Mohammed

Ustaz Abdusabur Haji Mohammed ♥♥ ♥♥ Assalamu Aleykum Warahmatullahi Wabarakatuhu! ♥♥ ♥♥ Page Tana Like Gochuudhaan Ergaa Islaamaa Hanga Rabbiin Irraa Laaffise Dirqama Gama Kèenya Ha Baanuu!

20/08/2016

A salaam aleykum

jiruun bareedduun jiruu iimaanaati maaliifjenaan rakkofii baloonis muimiabiratti waan walqixataatef yaarabbi iimaananuuf...
19/06/2016

jiruun bareedduun jiruu iimaanaati maaliifjenaan rakkofii baloonis muimiabiratti waan walqixataatef yaarabbi iimaananuuf kenni

yoo Rabbiin nahaajalatuufeete Amrii rabbijaaladhu yoo Rabbiin naaf haa araaramuufeete badiirratowbbadhu
18/06/2016

yoo Rabbiin nahaajalatuufeete Amrii rabbijaaladhu yoo Rabbiin naaf haa araaramuufeete badiirratowbbadhu

18/06/2016

yoo Rabbiin nahaajaalatuufete Rabbijaaladhu yoo Rabbiin naaf haa araaramuufeete badiirratowbadhu

18/06/2016
Ergamaan Rabbii s.a.w Ramadaana iddoo sadiitti addaan Qoodan.Isaanis 1√Kurna  duraa keessatti Rahmata 2√Kurna  Lamadaa K...
16/06/2016

Ergamaan Rabbii s.a.w Ramadaana iddoo sadiitti addaan Qoodan.
Isaanis
1√Kurna duraa keessatti Rahmata
2√Kurna Lamadaa Keessatti Ammoo Araarmaya.
3√kurna sadaffaa keessatti Ammoo Ibiddarraa kan itti Walabooman
Yaa Obboleeyyan Kiyya Kabajamoo kurna duraa warra Rahmata argatee,Kurna lamadaa kana ammoo Araarmaya argatanii kurna sadaffaa ammoo warra Warra Ibiddarraa bilisoomaan ykn Walabooman Rabbiin Nu Haa taasisu!!!!!!!!!

Aaammiin Summa aaammiin

Ramadaanni waa sadii gurguddoof dhufee. Isaaniis:1.Nama Qulqulleessuu.2.Namoota Amantii Biroo Qabaniin  Addaan nama baas...
16/06/2016

Ramadaanni waa sadii gurguddoof dhufee.
Isaaniis:
1.Nama Qulqulleessuu.
2.Namoota Amantii Biroo Qabaniin Addaan nama baasuu
3.Leenjii Addaa (Nabsiyyaa Leenjisuu.

Warra Waan Jiini Ramadaana Qabduu fi Sadarkaa Isaa Beekee Ji'a kanarraa Fayyadame Nu Haa Godhu.

√ Aaamiiin Summa Aaamiiin!!!!!!!!!!!

11/06/2016

yaarabbi qalbii iimaan qamaafayya kishaaa qabeenya nuufkenni

08/06/2016

qabenyi dhumahinqabne Imaanatahu hinirraaftina kanaafu wanni Nuti soomanakana keessa akkaan kadhachuu qabnu iimaana haatahu yaa obboleewankiua yaarabi imaanaan nufaayi

08/06/2016

Jabaanamaati jechun namaqabsoqabe namakuffisu osoontahin namahoguu aare lubuusaa qabuu dandayu jea e Nabiyyiin Rahmata nagayaafii rahmanni gooyita isarrattihaajiraatu

08/06/2016

Namafesaa ibsachuu dadhaberra namni rakkataan numanjirre

Address

Kombolcha, Hararge
Melkarafu

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ustaz Abdusabur Haji Mohammed posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category