Qosuuf demna male Gorsa

Qosuuf demna male Gorsa Gawwaa dhahi ittii himmii

Aqilaaf ykn abshaalaf fuulaa debbissi jatti mire oromon
makmaksa kana yoo hikkaate kara siriti ademsi keenya sifgaala dema

Kiichu Foriiyya Ammex Till=====_________=========Seena dhugaaBara Shantammeesso keessa ture Americaatti.Umriin issa kudh...
07/09/2025

Kiichu Foriiyya Ammex Till
=====_________=========

Seena dhugaa
Bara Shantammeesso keessa ture Americaatti.
Umriin issa kudha afur Magaala Chikaago irra Mississippi yeero duraattiif Maati laaluf amna ka'e.Yaa ilma kiyya Jara adii(faranji) yeero Argiite ijaa keessa hin ilaalin irra garagaali.

Firoottan dhiiga issa bira gahe .Akkuuma Aadaa Huula dura walgaahani gammaachu walii dhufeenya bojii'amanif fuunyan kahu egaal .Tapha fi koflaatti itti waliif liqaawan .Iddoonis Shaqaxa xiiqa dura ture .Intaalti wara adii irra taate Shaqaxa kana dura Dabartu argee "Fooriyee waw " .
Hin turre Aduunis bobba issi irra galte.

Kan Alaa caraaqacha tures bakka qaama kahu barbaadu jiiddu jaahaata jiran.Hooman Adii (faranjii)Huula cabsan ,Kan dura argaan tumu seenan ,meesha cabsuun shorarka san keessa mucca wagga 14 qacaale Qarxaam Goodhan Fuula maati duratti.

Haati issa badi takka male lubbu miidhan oonee iissi itti dhabdeef Deebii argaachuf yaadun manaama tahu isaati Garu Sanduuqa reefka ilmoon issi keessa jirtu bana dhiisa jaachun ajaaje Aduunyan ha arguu akka qabduutti. Media fi Gaazexeessootni wal jala fuudhun facaasan.
Guraachi rafees damaaqe falmii guddoo umee. Jijjiiramaf faana fuudhan fi Bu'a ba'ii haamtu booda Namnii Guuraachi adii waliin fulduura ta'ee falmaachu Dandii Saaqe ja'a komeediyan Dave chappelle .Intaalti wara Adii irra taate sanis egaa duuti Siire irratti itti dhufu jirtu kana Nin sobe mucaan umrii 14 san badi akka hin qabne amaante dhihootti.

Sob issii gama dandii Nagaaya argaachu ,Dandeetti fi Ogumma issaani hojiira olfaachutti huula banef Gurraacha Ameerikattif Garu Daimni kichuun san Jijjiirama kanaf lubbuu tahe.

Rabbiin Jijjiiraama Nagayan badhaadhe nuf ha kaanu.

E
15/08/2025

E

Wadaaja badhaasa cooma funfaata.Wadaajni dhugaaMaqaa ke gaafata.Wadaajni GunnuufeAbalu ni awaata.?Zamana abaluIjaa nyany...
24/07/2025

Wadaaja badhaasa
cooma funfaata.
Wadaajni dhugaa
Maqaa ke gaafata.
Wadaajni Gunnuufe
Abalu ni awaata.?
Zamana abalu
Ijaa nyanyaata.
Gunnuufe hin qufu
Handhura dhokeefata.

Address

Qallo
Kombolcha
555

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qosuuf demna male Gorsa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category