26/05/2026
Dura Bu'aa Kaawunsilii Dargaggoota Musliimaa Aanaa Kombolchaa kan tahan Ayyaana Iid Al-Adhaa (Arafaa) bara 1447ffaa ilaalchisee ergaa bagaa gessaanii dabaranii jiru.
Caamsaa 17/2018 A.L.I | Zulhijjaa 8/1447 A.H
ุจูุณูู
ู ูฑูููููู ูฑูุฑููุญูู
ููฐูู ูฑูุฑููุญููู
ู
Ayyaana Iid Al-Adhaa (Arafaa) bara 1447ffaa wanti addaa isaa taasiisu yeroo biyyi teenyaa karaa dimookiratawaan filannoo biyyaalessaa marsaa 7ffaa gaggeessuuf guyyoonni muraasni hafanitti tahuusaati jechuun Dargaggoonni Musliimaa humna guddaa biyyaa keenyaati waan taheef dirqama amantii fi biyya isaa sirnaan bahachuu qaba jechuun dargaggoonni Musliimaa qophii dirree saalata guutuu aaniicha irraatti guyyaa boruu akka xumuraanii guyya iidaa immoo qamoota nageenya waliin tokkomuun namuusaan eeguumsa akka tasiisaan jechuun D/Bu'aan Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Aanaa Kombolchaa ergaa dabarsaniiru.
Itti dabaluunis Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Aanaa Kombolchaa bakka bu'uun hawaasa maraaf dhaamsaa dabarsaniin ayyaana kana yeroo kabajnu rakkaata gargaruun ,nagaa, jaalala, obbolummaa fi naamusa gaariin akka dabarsinu, wantoota nagaa jeequu dandaโan tokkummaan akka dura dhaabbannu ayyaanni iidaa arafaa bara kanaa ayyaana gaarii kan jaalalaa kan tokkummaa ummataa keenya cimsu taโuun akka xumurru dargaggoota fi hawaasni Muslimaa hundi gahee keenyaa haa baanu jechuun waamicha godhanii jiru.