06/08/2024
Guyyaa har'aa 30/11/2016 Mana barumsaa Malkaa Luugoo sadarkaa 1ffaatti hirmaannaa hawaasa gandaatiin hojiileen(Gannaa)adda addaa hojjetamaniiru.Hojiilee hojjetaman keessaa muraasni :-
1. Dallaa mana barumsaa haroomsuu fi jabeessuu
2. Biqiltuuwwan dhaabbaman kunuunsuu fi aramuu
3. Hojiilee bara 2017 irratti marii bal'aa gochuu
4. Mooraa mana barumsaa Qulqulleessuu fi k.k.f hojjetaman yoo ta'uu gar-tokkeen isaa suuraan kana fakkaata