Jaajaa Odaa bilaal Elemantry school

Jaajaa Odaa bilaal Elemantry school Hojiilee Mana baruumsa jaajaatti hoojjetaman

Maatii barattootaas mariisiisaa ifiifiis hoojjechaa rabbi gargaarsifannee bu'aa bareedaa ummata keenyaaf buusaa jirra
11/03/2022

Maatii barattootaas mariisiisaa ifiifiis hoojjechaa rabbi gargaarsifannee bu'aa bareedaa ummata keenyaaf buusaa jirra

Nama Gaggeessuun hoojjatanii hoojjechiisuudha malee taa'anii kijibaan of tuuluu miti
11/03/2022

Nama Gaggeessuun hoojjatanii hoojjechiisuudha malee taa'anii kijibaan of tuuluu miti

  harargee bahaatti Aanaa Malkaa bal'ootti CRC jaajaatti m/b jaajaatti sadarkaa 1-4 tti maatii barattootaa wajjiin yeroo...
11/03/2022

harargee bahaatti Aanaa Malkaa bal'ootti CRC jaajaatti m/b jaajaatti sadarkaa 1-4 tti maatii barattootaa wajjiin yeroo mariin waa'ee fooyya'insa qabxii barattootaa fi hirmaannaa ummataa irratti itti Aanaa m/b b/saa Ibsaa Abduramaaniin gaggeeffamu (30/6/2014)

  harargee bahaatti Aanaa Malkaa bal'ootti CRC jaajaatti m/b jaajaatti sadarkaa 1-4 tti barsiisonni keenya haala kanaan ...
01/02/2022

harargee bahaatti Aanaa Malkaa bal'ootti CRC jaajaatti m/b jaajaatti sadarkaa 1-4 tti barsiisonni keenya haala kanaan hojjechaa haala kanaan yeroo boqotaniis hariiroo cimaa kanaan bu'aa buusaa jiru

24/01/2022
  harargee bahaatti Aanaa Malkaa bal'ootti CRC jaajaatti m/b jaajaatti sadarkaa 1_4 Jaaja Odaa Bilaal Elemantry school t...
20/01/2022

harargee bahaatti Aanaa Malkaa bal'ootti CRC jaajaatti m/b jaajaatti sadarkaa 1_4 Jaaja Odaa Bilaal Elemantry school tti hojiilee fooyya'insa m/b hawwataa taasisuuf guyyaa 12/5/2014 hoojjetamaa ooleera. Barsiisota keenyaan galatoomaa jennaan

  harargee bahaatti Aanaa Malkaa bal'ootti CRC jaajaatti m/b jaajjaa Odaa bilaal sadarkaa 1-4tti hojii hoojjetamaa jiru ...
18/01/2022

harargee bahaatti Aanaa Malkaa bal'ootti CRC jaajaatti m/b jaajjaa Odaa bilaal sadarkaa 1-4tti hojii hoojjetamaa jiru barsiisota keenyaan galatoomaa jennaan (10/5/2014)

18/01/2022

harargee bahaatti Aanaa Malkaa bal'ootti CRC jaajaatti m/b jaajjaa Odaa bilaal sadarkaa 1-4tti hojii hoojjetamaa jiru barsiisota keenyaan galatoomaa jennaan (10/5/2014)

  harargee bahaatti Aanaa Malkaa bal'ootti CRC jaajaatti m/b jaajaatti sadarkaa 1-4 Jaaja Odaa Bilaal hojii Mana baruums...
17/01/2022

harargee bahaatti Aanaa Malkaa bal'ootti CRC jaajaatti m/b jaajaatti sadarkaa 1-4 Jaaja Odaa Bilaal hojii Mana baruumsaa fooyyeessuu fi baruu fi barsiisuu cinatti naannoo m/b fooyyeessuuf bakka itti boqotan gaarii qopheessuun hoojjetamaa jirra 9/5/2014

Address

K'obo

Telephone

+251920386500

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jaajaa Odaa bilaal Elemantry school posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category