Chego Secondary School

Chego Secondary School Chego Secondary School is a public school located in Gomma district of Jimma zone Oromiya region of

22/02/2019

Hirmaattota guddina mana barumsa Caggoo sadarkaa 2ffaa kan ta'an ummatni gandoolee Jimaate D/, O/Adaamii,D/ Urachee, Caamii C/ fi Ummatni magaalaa Caggoo galatoomaa isiniin jennaa.

22/02/2019

Hojii hirmaannaa ummataan bara kana hojjamuuf Karoorfame keessa tokko bittaa maashinii footoo kooppi torban darbee raawwateera.

Barattootni mana barumsa Caggoo sadarkaa 2ffaa kutaa 10ffaa qorumsa Biyyoollessaa bara 2011 qoramuuf qophiirra jiru. Guy...
09/01/2019

Barattootni mana barumsa Caggoo sadarkaa 2ffaa kutaa 10ffaa qorumsa Biyyoollessaa bara 2011 qoramuuf qophiirra jiru. Guyyaa kaleessarra kaasee unka guutaa jiru.

27/12/2018

Mana barumsa caggoo sadarkaa 2ffatti yeroo ammaa hirmaannaa uummata haala gaariin cimee itti fufeera. Ummata magaalaa caggoo, ganda jimaatee darruu, o/adaami, c/caggoo, d/orochee fi kanneen ollaa isaatti argamani gahee isaani bahataa jiraniin galanni keessan hiyyummaa fi wallaalumma dhabamsiisuun hata'u jenna. Bulchiinsa M/Barumsichaa.

barattootni mana barumsa caggoo sad.2ffaa yeroo gara garaa  dhimma guddina fi nageenya mana barumsichaa irratti marii ga...
27/12/2018

barattootni mana barumsa caggoo sad.2ffaa yeroo gara garaa dhimma guddina fi nageenya mana barumsichaa irratti marii gaggeesani jiru. Marii isaanii keessatti akka jedhanitti wantootni fooyya'uu qaban akka fooyya'uuf yoomiyyuu taanaan ni hojjanna nageenya mooraa keenyaas ni eegganna jedhaniiru marii yeroo darbe qaama aanaarra dhufee wajjin godhaniin. Aadaan kun gara fuula duraattis yeroo yeroon akka itti fufu bulchiifni mana barumsichaa ciminaan ni hojjata.

Address

Jimma

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Chego Secondary School posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category