26/08/2019
As wr wb akkam jirtu jaallatamtoota page kana.
Jiruun jireenyi. Barnoonnii. Dalagaan hunduu maal fakkàata?
Egaa namni maqaa page kana dhahus dubbatus hin jiru.
Sababni isaa ilaalcha duraan turetu ammallee gama barnootatin jiraa jechuudha.
Kanaaf yaadaa fi qeeqa qabdan barreessaa waahee barnootaa fi m/b geebjiroo sad. 2ffaa irratti.
Kanaafuu galmeen jalqabee jiraa waan ta'eef barattonni kutaa 10ffaa hundi keessan kaardii kutaa 9ffaa qabattanii akka dhuftanii galmooftan isiniin jennaa.