Bade

Bade use it!

πŸ™ˆπŸ™ˆπŸ™ˆ
22/05/2024

πŸ™ˆπŸ™ˆπŸ™ˆ

it is good to know yourself.
03/11/2023

it is good to know yourself.

maalif ofii kee hin hojjetu πŸ™…πŸ™…πŸ™…πŸŒ‹
28/10/2023

maalif ofii kee hin hojjetu πŸ™…πŸ™…πŸ™…πŸŒ‹

☝
27/02/2023

☝

Qeesiin Ameerikaa beekkamaan Hilarion Heagy Islaamawe. Namni kun gara amantii Islaamaa dhufuun isaa ijoo dubbii miidiyaa hawaasaa akkasuma hordoftoota Kaatoolikii biratti tahee jira. Hilarion maqaa isaa Sa’iid AbduLlaxiif tti jijjiirratuu hime.

Obboleessa keenyaaf Rabbi sabaata haa kannu.

☝
22/02/2023

☝

Subhan Allah, a Syrian brother was rescued after 13 days of being under the rubble, and water was his first request..
May Allah help them all

πŸ’ͺπŸ‘
22/02/2023

πŸ’ͺπŸ‘

Rizqiin teessan: πŸ‘‰Soomana duratti
Yoo samii keessa jiraatte Rabbi haa buusu !!
Yoo dachii keessa jiraatte Rabbi haa baasu !!
Yoo fagoo jiraatte Rabbi haa dhiheeysu !!
Yoo waa xiqqo taate Rabbi haa heddummeeysu !!
Yoo hedduu taate Rabbi haa barakeeysu !!
Yoo isin bira jiraatte Rabbi harka keessan keessa haa naqu !!

✍️ Team Sheikh Aadam Tuulaa

Address

Asandaabo
Jimma

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Bade posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Bade:

Shortcuts

Share