05/02/2022
YAADACHIISA SAGANTAA
BAAZAARII M/B WAAJJAA
GAAFA 02/6/2014
M/B Waajjaa sad, I ffaa Yeroo darbe karaa adda addaatiin Sagantaa Teletoonii gaafa 02/6/2014 tti isin waamaa turuun ni yaadatama kanaaf Amaanaa waan qabdanuun m/b kana haadha ilmaan keessanii Kan taate bira nuuf dhaabbadhaa ?