H kemal

Call Directions

H kemal Oduu bashannansiisaafi wayitaawaa gurraan isin gahuun dirqama keenya.isinis & follow # tuqa

06/09/2026

😭😭😭😭......
As wr wb Obbalewwan kiyya
👉Mucaa kana naaf degaraa
yoo waan degartan of harkaa dhabdan
Sheer godhuun Namoota degaru biraan naaf geyaa
Maqaan isaa ja'ama
✍️iddoo inni amma itti walaanamaa jiru arkamaa
akkaawunti fi ebbirri tanarratti naaf gargaara
👉Account 1000760042106
Ebirr 0998984898
👉Warri degaruu feetanii waan degartan dhabdan Sheer,godhuuni fi Du'aa'ii godhuunis deggarsa bira hin kutinaa🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲

06/09/2026

'Masaraa mootummaa jala dhaabbannee qawwee malee maaltu bilisaa nu baasa' jennee kan sirbaa turreef ofii keenyatti murteessinee dhaloota itti aanu ifatti baasufi.

Ifaajeen keenyas lafa hin banne --Artist Ilfinesh Qannoo.

Seenaan isheen keessa darbite akkamiin yaadatama?

👇??
https://bbc.in/4ifUSXu

24/06/2026

Ameerikaatti miseensonni farra faashistii saddet hidhaa waggaa 450n adabaman.

Maal balleessan? Hidhaan kun akkamiin hojiirra oola?

👉👉 https://bbc.in/4eu1EXm

Address

Seqqabari
Jimma

Telephone

+251717933881

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when H kemal posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share