Soolanee Oromiyaa

Call Directions Website

Soolanee Oromiyaa Yaarabbi jiruu gaarii kan nasuu hinqabne gamachuu male yaarabbi imaana gaarii kan gaflaa hinqabne

oson nagargaaraa isiniin jedhee maal jettu maal nagargaartu
18/09/2026

oson nagargaaraa isiniin jedhee maal jettu maal nagargaartu

Oromoon Guutuun Hidhachuun Biyyaaf Kabaja Malee Sodaa Miti. Dubbiin Piresdantiin Oromiyaa Shimallis Abdiisaa hawaasa Oro...
17/09/2026

Oromoon Guutuun Hidhachuun Biyyaaf Kabaja Malee Sodaa Miti.

Dubbiin Piresdantiin Oromiyaa Shimallis Abdiisaa hawaasa Oromoo daangaa irra jiraniif dhaame Maaf Qaama siyaasaa Itoopiyaa gungumsiise?
Kanaan duraas haasawni Shimallis Abdiisaa fii Taakalaa Uumaa Kora Irreecha Finfinnee irratti godhan Ajandaa media isaaniifii qeeqa qaama siyaasaa Amaaraa tahuu daran, gad bahanii dhiifama haa ja'anii ja'ame. Piresdaantiin Oromiyaa Lola Daangaa Oromiyaa kan halkanii guyyaa qaamni hidhate daangaa cabsee lubbuu ummata Oromoo balleessaa jiruuf furmaata ja'ee itti amanee dubbate. Sirnoonni Itoopiyaa dabran kamuu Oromoo laaffisanii onnee gootummaa isaanii cabsuuf, weeraruuf, saamanii hidhuuf tooftaan isaan godhan meeshaa waraanaa hiikkachiisuudha.

Kan tahuu qabu ummanni Oromoo ummata sirna Gadaa qabuudha. Hundi hidhatuus shiftummaafii hattummaa hin qaban. Kanaafuu ummanni Oromoo guutuun umrii 25 olii hidhachuu qร ba. Kun ajandaa Media siyaasaa Amaaraa tahuun Maaf barbaachisa jennee laaluu qabna. Oromiyaan ummata karaa hundaan jabaa tahuun Itoopiyaaf dhibee tahuu mul'isa.

Oromiyaa keessa jiraatanii, Oromiyaa keessatti hidhatanii Yakka Oromoo irratti hojachuun Itoopiyaaf nagaya tahee Oromoon Qa'ee isaa irratti hidhaachuun yaaddoo isaanii tahe. Kanaafuu ammaas ummanni Oromoo daran hidhachuun furmaata.

Kan hidhatuuf Aadaa fii duudhaan isaatu hayyama. Sirna isaa keessatti qajeelfama hidhannoo beekaa guddate. Qaamni Siyaasaa fii mootummaa Oromiyaa ammaas ummanni Oromoo Akka hidhatu godhuun Saba kanaafii biyyaaf humna tahuu amanee Oromoo hidhachiisuu qabna.

Soolanee Oromiyaa

17/09/2026

๐Ÿ’ฅ

Oromoon gaafa si qabe surreenuu gad sirraa hin ba'u!๐Ÿ‘จโ€๐Ÿฆฏ๐Ÿ‘Œโ˜๏ธโ˜ช๏ธ
17/09/2026

Oromoon gaafa si qabe surreenuu gad sirraa hin ba'u!๐Ÿ‘จโ€๐Ÿฆฏ๐Ÿ‘Œโ˜๏ธโ˜ช๏ธ

kunoo galaa jirraa xiyyaaraan dhufnee makinaaa eegallee matooraan deemnee fardaan deemnee harreefii miilaan egalle
17/09/2026

kunoo galaa jirraa
xiyyaaraan dhufnee makinaaa eegallee matooraan deemnee fardaan deemnee harreefii miilaan egalle

Akkan isiin yaddaru wly ๐Ÿ˜ฅSuratii kanayu akka xabiti hiin kanee๐Ÿ˜ฉ๐Ÿคฃjirenyaa mitii๐Ÿ‘Š๐Ÿ‘Š๐Ÿ‘Š๐Ÿ‘Š๐Ÿ‘Œ๐Ÿ‘Œ๐Ÿ‘Œ๐Ÿ‘Œ
16/09/2026

Akkan isiin yaddaru wly ๐Ÿ˜ฅ

Suratii kanayu akka xabiti hiin kanee๐Ÿ˜ฉ๐Ÿคฃjirenyaa mitii๐Ÿ‘Š๐Ÿ‘Š๐Ÿ‘Š๐Ÿ‘Š๐Ÿ‘Œ๐Ÿ‘Œ๐Ÿ‘Œ๐Ÿ‘Œ

kun lamaanuu haadha manaas qaba abbaa manaas qaba
16/09/2026

kun lamaanuu haadha manaas qaba abbaa manaas qaba

15/09/2026

With Burqaa Ispoortii โ€“ I just got recognized as one of their top fans!

Islaamummaan Amantii kooti oromummaan dhiiga.kiyya
14/09/2026

Islaamummaan Amantii kooti oromummaan dhiiga.kiyya

Jalqaba hojiin isaa ogeessa fayyaa (medical doctor) Kan ture Yoo tahu, Bara 1991 da'awaa eegale. Jalqaba biyya isaa Momb...
14/09/2026

Jalqaba hojiin isaa ogeessa fayyaa (medical doctor) Kan ture Yoo tahu, Bara 1991 da'awaa eegale. Jalqaba biyya isaa Mombai, India tti schoola Islaamaa "International Islamic school" jachuun hundeeyse. Itti fufuun dhaabbata qorannaa Aalamaa (Islamic research Foundation/IRF) ja'amu ijaare. Kana malee Media Aalama guutuu booji'e Peace TV hundeeyse.

Muhaadaraa (Public talk) 2,000 ol godheera. Kitaaboota Islaamaa adda addaa barreeyseera. Kanaaniis hubannaa sirrii hin tahin (Misconceptions) warri dhihaa Islaamummaa hubatan balleeysuu dandayeera.

Namni kun Aalama guutuu booji'uun "Nama jabaa, hayyuu addunyaa (dynamic international orator)" jachuun faarfameera.

Seenaa fi sochiin isaa gaazeexaa fi barruulee gara garaatiin Kan barreeyfame Yoo tahu, akkasuma kitaaba hedduun seeneeffameera. Fakkeenyaaf kitaaba "The 100 most influential Indian people ykn namoota 100 hindii keessatti dhiibbaa uuman" ja'u, akkasuma "500 influential Muslim in the world ykn Muslima 500 addunyaa keessatti dhiibbaa uuman" ja'u keessatti barreeyfameera.

Walumaa galatti namni kun Aalama guutuu biraa beekkamtii guddoo qaba. Rabbi Umrii nuuf haa dheereeysu!

Address

Etc. Com
Jimma
ETC.COM

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Soolanee Oromiyaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share