04/10/2025
Oduu Gammachiisaa Kolleejjiin Barnoota Leenjii fi Teknikaa Sigmoo Ogummaalee Gabaan barbaadu irratti hundaa'ee Barattoota kutaa 12 ffaa xumuran simatee leenjisuuf Qoophii barbaachisu hunda xumuree jira kanaaf barataan xumuree jiru hundi gara KBLTO dhufuun akka Galmooftan kabajaan isin beeksifna.