04/01/2025
Yaa'iin iddlee paarlaamaa daa'iimannii aanaa xuulloo tti gaggeefama olera.
Mudde 23/4/2017 yaa'ii idilee PDnii gaggefameen gabaasini hojii waggootan lamaan daran kan keesattii PDni kanan hojatama turan Af_yaa'ii kan turan obbo Ibsaa shariifiin dhalaahee miseensoota paalaamichaatin yaannii eergaa ittii kannameen booda filannoon koree hojiiraawachiiftuu fi koreelee dhaabbii gaggeefamera kunsii -
Sumeyyaa Ahmad Af-Yaa'ii PD
Simalee Aadam I/A/Af-Yaa'ii PD
Jibriil Ziyaad Barreessa gochun miseensoon sagalee guutun eerga mirkanesan bodaa sirni walharkaa fudhinsaa tasifamera. miseensoni koreelee hojii rawachiiftu duraan turan galateeffamun kabajaan gaggeefamaniru.