Zeynuu And shaxee

Zeynuu And shaxee Baga ngy dhuftee adero

24/11/2022

Dhaamsa guddaa torbaan kanaa๐Ÿ‘ˆ
Akkuma taate tahii wantoota sii dadhabsiisanii fii kan milkiirraa duubati si dhibeessaniif xiqqumalle yaadanno sammuu hin godhiniifi
Kan ati ija baaftee fiiguufii qabduu wantoota si si'eessaniifii si jabeessan akkasumas si milkeessan irrtti tahuu qaba

Yaa Rabbiiii waan nuti yaanne hunda Bakka takkatti nuuf tahii yaa motii nuti makluuqa keeti ๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘
Fuula kiyyaf haarawa taanaan Follow godhaa๐Ÿ‘ˆ jumma'aa mubaarak jaallan kiyya qashxii

18/11/2022
18/11/2022

Nama si sobuu Wajjiin gammadee kofaltee jiraatu irra Nama dhugaa sitti Himee wajjiin gadditee jiraatu irra siif wayya

ADERO๐Ÿ˜Š Anaafille Akkasuma wayya

18/11/2022

As Wr Wb jumma'aa mubaarak jechaa

Madihii shekota galamsiyyi irraa hin waaxiqo gurra isin buusaa qaama qalbiin caqasa Eergasii ๐Ÿ‘Œ

Asslaamaleykum owliyaa waliyyi
Asslaamaleykumowliyaa waliyyi yaa shekana umar yaa ibna Aliyyi

Assalaamaleykum yaa sharaaba saafii wanin sitti iyyuf tanuma faafii Adaba dhabuniis jollumaa tiyyaafi wanin waywaadhuf nagudisafii nabarsiisadhaafi mohammad Nafiisii

Asslaamaleykum Umar mukarramuu Namani si jaalatee Halakatti hin timuu muhibbin dhugaadha kan karaa keedemuu kan faana dhawatu xahaa mukarramuu kha bida'aa lakkisee tahe sunniyyii yaa shekhana umar yaa ibnna Aliyyi ๐Ÿ‘ Hadaraa Akka dabne faana isaanirra Tanuma nuuf dhaaman wasiyya Akiraa shari'aa diin Nabii nun jedhan Hadara Rabbi nun dabsin faana isaanirra

Waan khadhanne hunda yaa Rabbi nuuf dhagahii bijahi ibna Aliyyii

16/11/2022

Seena Ajaa'ibaa tana qaama qalbiin dubbisaa Eergasii sheer godhaa jalallota keessan biraan gahaa
"""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""

Hadiisa beyhaqiin sahabiyyi irraa gabaase keessatti
Sahabiyyin Akkana jedhe .

Gurbaan Ansaara tahe tokko gama
-Rabbii ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู… dhufee Akkana jedheen :yaa Eergamaa Rabii isin Nafsee tiyyaa fii haadha Abbaa kiiyyaa fii warra kiyyaa fii qabeenya kiyya hunada irra gama kiyyatti jaalatamoodha
Akasuams oson gama keessan dhufee isin arguu baadhe
Akkaan waan du'uuti natti fakkaata jedhee boo'insa jalqabe "

Yeroo kana Nabiyyin s a w maaltu si boochisa jedhanii gaafatan?????
Gurbaan Ansaara kuniis Akkana jechuun deebisaniif " Nin yaadadhe isin ni duutan nutiis ni duuna
Isin yeroo duutanii jannata seentan Gama sadarkaa Nabiyyootaatti ol fuudhamtan Nuti yoo Akka carratti jannata seenne darajaan teenya darajaa teessanii gadii tana yaadadheen boo'aa jira jedhanii deebisan sahabiyyin

Rabbiin warra Akiraa yaadatee boo'uu irra nuhaa godhu oboleeyyan kiyya
Sheer ๐Ÿ‘ˆgodhi Eergasii Follow godhii

24/10/2022
22/10/2022

๐Ÿ˜Yoo shirri sirratti xaxame: Rasuulaaf S.A.w. summiin nyaatatti godhame ajeechaafis isaanirratti yaalame......

San yaadadhu Hamilee dheeradhu oboleessa kiyya

Yoon waan biraa dhabde
Folow๐Ÿ‘ˆ godhuu hin dadhabiin sher ๐Ÿ‘Œgodhi obolo kee biraan gahiiii!!!!!!!!!!!!!!!!!:-!

20/10/2022
18/10/2022

Of tahiii jedhama!!!!! of tahuun maaliini
,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,
,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,

Rabbiin si uume(Allaaha)beekuudha
Eergamaa sitti ergame Nabi (Nabi mohammad)beekuudha.
Amantii dhugaa (islaamummaa)qabachuudha.
Heeraa fii seera jireenyaa (Qur'aan Rabbii) qabachuudha..
Guyyaa qiyaama guyyaa namu waanuma dalagate (galata gallfamu) sanitti Amanuudha

Akkasitti hubadhuu
Of tahii jechuun kanuma kan biraa Eessaa jiraa

Folow๐Ÿ‘ˆ Erga gotee booda sheer๐Ÿ‘† godhii obboleessa kee biraan gahee

Address

Hirna

Telephone

+251942703832

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Zeynuu And shaxee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category