02/07/2022
Oduu gaddaa!
Ustaaz kamaal Heebboo du'uun kaleeysa irraa himamaa Kan ture Yoo tahu, garuu shakkisiisaa ture. Amma guutumaa guututti akka wareegame beekkameera.
Wanni hubachuu qabnu qabsaawaa kamuu akka du'uudha. Qabsaawaan guyyaa qabsoof Manaa bahe du'e. Isa qofa osoon tahin qabsaawaan kamuu du'uu silaa nuti hin barbaannu. Garuu kuni murtii Rabbiiti. Wanni nurraa eegamu Rahmataa fi araarama kadhachuufiidha. Rabbi Jannataan haa qananiisu!