Oromia tobe

Oromia tobe Mana barumsaa Adveentistii Walisoo:
BARATTOOTA HUNDAAF. Maatiin dhimma kana irratti xiyyee

Yeroo boqonnaa keessanitti barnoota kutaa itti aanuu dubbisuun barnoota bara itti aanuuf dursaa ofqopheessaa.

16/11/2021
02/10/2021
01/10/2021

Mana barumsaa Adveentistii Walisoo:
Kabajamoo barattoota keenya hundaaf
Gaafa wiixataa sadaasa 21, 2013 barnoonni waan eegaluuf yeroon akka argamtan isin beeksifna. Yommuu dhuftan:
-Bishaan qabadhaa kottaa.
-Fageenya keessan eeggadhaa.
-Aguuuggii funyaanii fi afaanii(mask)godhadhaa.
-wantoota dhibee covid-19 ittisan qabaadhaa kottaa.

Akkaataa dabaree(shift)ittiin dhuftan.
1.kutaa 1ffaa,2ffaa fi 8ffaa ganama sa'aatii 2:00tti

2.kutaa 3ffaa,4ffaa,5ffaa,6ffaa fi 7ffaa sa'aatii 6:45tti

Barnootni furtuu rakkooti.

01/10/2021

Mana barumsaa Adveentistii Walisoo:
Kabajamoo maatii barattootaa fi barattoota keenya hundaaf
BAGA GAMMADAN
BAGA GAMMANNE.
Barattootni kutaa 8 ffaa qormaata sadarkaa naannootti kennamu fudhatan hundi isaanii gara kutaa 9ffaatti darbaniiru. Akkasumas qabxii olaanaa galmeessaniiru.
Barnootni furtuu rakkooti.
Gara fuldurattis manni barumsaa keenya milkaa'ina barattoota isaatiif cimsee hojjeta.
Waliin taanee dhaloota haa qarru!

WALGA'II: Yuunivarsitiin Jinkaa guyyaa galmee  barattoota digrii 2ffa dherresseera.Yuunivarsitichi gosa barnootaa 7 irra...
28/09/2021

WALGA'II:


Yuunivarsitiin Jinkaa guyyaa galmee barattoota digrii 2ffa dherresseera.

Yuunivarsitichi gosa barnootaa 7 irratti digrii lammaffaan barattoota simachaa kan jiru yommuu ta'u kanaan dura guyyaa galmee Fulbaana 08/2014 jedhamee turuun isaas ni yaadatama.

Haa ta'u malee sababa garaagaraatiif jecha guyyaan galmee gaafa Fulbaana 30/2014 akka ta'u murtaa'eera.

Guyyaan qormaata seensaa goyyoota itti aanan keessas ni ibsama.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
📡MIIDIYAA📡




📹YOUTUBE📹
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa

📚KITAABA BARATAA📚



📩Yaada📩

Chaanalli kun ijoollee keenya sababa dhiibbaa garaagaraa biyya keessa jiruuf barnoota isaanii haalan barachuu hin dandeenyeefi miidhaa garaagaraatiin fiixaan...

18/08/2021

waww waw

Send a message to learn more

Address

Harar
Hirna

Telephone

+251940885199

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromia tobe posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category