A cat that dreams of becoming a lion must lose its appetite for rats.
Meaning = To achieve greatness, you must let go of old habits that could hold back your progress.
SNNPR
South Nations, Nationalities and People Region
12/07/2018
Addi Bilisummaa Oromoo Marii Mootummaa Itoophiyaa Waliin jalqabe milkeessuuf dhukaasni akka dhaabatu labsii dabarse.
Addi Bilisummaa Oromoo Jaal Daawud Ibsaan hoogganamu mariin mootummaa Itoophiyaa waliin jalqabame akka milkaa'uuf, humna mootummaa nutti bobba’u of irraa ittisuu irraa kan hafe loltoonni isaa (WBO) dhukaasa akka dhaaban labsii dabarseera.
Addi Bilisummaa Oromoo rakkina siyaasaa mootummaa Itophiyaa waliinii furuuf irra deddeebi’uun furmaatni karaa nagaa akka itti godhamu waggaa dheeraaf waamicha dhiheessaa akka turee fi waamichi irra deddeebi’amuun godhame Mootummaa Itiyoophiyaa biratti fudhatama dhabaa akka ture ibseera.
Haa tahu malee marii tibba darbe Muummicha Ministeeraa Itophiyaa Dr. Abiyy Ahamed waliin adeemsifameen rakkoo jiru karaa nagaan furuuf yaaliin godhamaa ture tarkaanfii tokko akka tahetti ilaaluun, haasawi nagaa jalqabame bakka gahe irraa fuula dura tarkaanfachiisuu fi milkeessuuf jecha, humna mootummaa nutti bobba’u of irraa ittisuu irraa kan hafe WBO'n dhukaasa akka dhaabu labseera.
ABO fi Mootummaan marii taassisuun waliigalteerra gahuun guutummaatti waraana ni dhaabu jedhamee eegama.
Adoolessa 05 2010
Let we implement Adult Education program all together
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Telephone
Website
Address
Selam
Hawassa
0000