Aw Mussa priymary School comunication

Aw Mussa priymary School comunication Soofi

Manni baruumsa Aw~Muusaa guyyaa har'a Ayyaana dubartoota sadarkaa mana barnootatti kabajee Oole jira. Kunis dhaadannoo:....
06/12/2022

Manni baruumsa Aw~Muusaa guyyaa har'a Ayyaana dubartoota sadarkaa mana barnootatti kabajee Oole jira.
Kunis dhaadannoo:.

*Dubartiin Utubaa biyyaati
*Dubartiin Haadha
* Dubartii takka barsiisuun maati guutu barsiisu dha
*Dubartiin Eenyuuyyuu gadii miti kan jedhuufi
* Miidhaa gama kaaminu dubartii irraa gahuuf ni dhaabbanna jedhuun haala kanaan yaadatamee Oole jira!

Guyyaa har,a manni baruumsa Aw M***aa Saganttaa Cufaa mana baruumsa haala namatti toluun sagantaa qopheessu n Cufaa mana...
23/07/2022

Guyyaa har,a manni baruumsa Aw M***aa Saganttaa Cufaa mana baruumsa haala namatti toluun sagantaa qopheessu n Cufaa mana barumsa rawwateera!
Sagantaa kanas bakka maati fi Abbootin Araddaa jiranitti Sagantaan badhaasa fi Onnachiiftuu kenuun rawwateera!

22/07/2022

Hojiin jiruu fi jireenya namaa ammaa fi fuula duraa ilma namaa hundaati .

Guyyaan 15/10/2014 Manni baruumsa Aw-mussa hojii baruu barsiisuu jinatti haala namatti toluu fi gammachiisun Sagantaa Si...
22/06/2022

Guyyaan 15/10/2014 Manni baruumsa Aw-mussa hojii baruu barsiisuu jinatti haala namatti toluu fi gammachiisun Sagantaa Siipidi fi qindoomina barsiisoota isaanitin hojii Akka daree barnoota Suphuu, Idoo hiriira haarahomsuu,,Boollaa biqiltuu qopheessu fi kan duraan dhaabame jiru kunuunsu bifa kanan hojjacha tura!

Guyyaan 25/9/2014Manni Manni Barumsaa Aw~Musaa duula qulqqullina moora mana barumsichaa irraa Eegale qindoomina barsiiso...
02/06/2022

Guyyaan 25/9/2014Manni Manni Barumsaa Aw~Musaa duula qulqqullina moora mana barumsichaa irraa Eegale qindoomina barsiisoota isaani fi supervaysara mana baruumsichaa akkasumas Darektara waliin tahun haala kanaan halluu dibuu fi babaarecha turan!

Manni  Barumsaa Aw M***a Sagantaa nyaataa akka Naannootti Eegale haaluma baratameen kan itti fufee nyaachisa jiruudha.
21/05/2022

Manni Barumsaa Aw M***a Sagantaa nyaataa akka Naannootti Eegale haaluma baratameen kan itti fufee nyaachisa jiruudha.

Address

40
Harer

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Aw Mussa priymary School comunication posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category