Hafsaa

Hafsaa صلو على رسول الله عليه أفضل الصلاة والسلام

14/07/2026

Allaah…….Yaa Rabbi ati bareedaadha..Waan bareeda jaallattas…

Yaa Rabbi

guyyaa keenya,
Qooda keenyas nuuf bareechi..!
Yaa Rabbi dubbii keenyas bareechii, amala bareedaanis nu bareechi….🤲🤲

13/07/2026

ألا إنّما التقوى هي العزّ والكرم، وحبّك للدنيا هو الذلّ والندم
rabbi
Sodan rabbi jabeenya
Sodan rabbi kabajaadha
Sodan rabbi iftiina
Sodan rabbi milkeenya
Sodan rabbi furmaata
Sodan rabbi lafintiidha
Sodan rabbi rizqiidha
Sodan rabbi kennaadha
Sodan rabbi araarama
Sodan rabbi qajeelina
Sodan rabbi midhagina
Sodan rabbi milkeenya biyya lamaati ✅

Jiruu adduniya jaallachun

Xiqeenya
Shenaadha
Kasaarummaadha
Jaamummaadha
Wollalummaadha
Kufrummaadha
Gadaantummaadha
Fokina
Dukana
Kasaarumma biyya lamaaniiti
𝙼𝙰𝚁𝙺𝙰𝚉𝙰 𝙽𝚄𝚄𝚁𝙰𝙻 𝚀𝚄𝙻𝚄𝚄𝙱

🤫✍️ Wardiyaa namaa taatee namuma hordofaa hin oolin,👉 Mucuca namaa jala deemtee, bakka isaan itti kufan hin eegin,👉 Satr...
10/07/2026

🤫

✍️ Wardiyaa namaa taatee namuma hordofaa hin oolin,
👉 Mucuca namaa jala deemtee, bakka isaan itti kufan hin eegin,
👉 Satrii namaa hin mulqin Rabbiin tantee si mulqaa,
👉 Basaastuu namaa taatee, waa’ee nama biraa namaaf hin odeessin..,

🍃 Lubbuu tanteetitti shaagali, dogongoraa fi hanqinna isiin qabdu jala deemii sirreeffadhu.

Sababaan kana jedheef maali beektaa?!
👇
Boru waa’ee nama biraa osoo hin taane, waa’ee lubbuu tantee irraa gaafatamta waan taheef…!!

Bakka sin ramadnetti zebenyaa hin tahin jechamaaf k*k

✍️ Haadha manaa bareeda lubbuu keetiif filatuu caala, haadha manaa gaarii ijoollee tanteetiif filatutu irra siif caala.B...
05/07/2026

✍️ Haadha manaa bareeda lubbuu keetiif filatuu caala, haadha manaa gaarii ijoollee tanteetiif filatutu irra siif caala.
Bareedinni waan dhumaati, amala gaarii fi guddinni gaariin waan nama jalaa hin dhumne…

👉 kanaafuu shariika jiruu teetii ijaan osoo hin taane, sammuudhaa fi qalbiidhaan filadhu.

03/07/2026

Jireenyi dhugaa bareedduun jireenya Nama Rabbii fii Rasuulaaf keessaa fii gubbaan owwaateeti. Isaan kun yoo du'an ille isaantu jiraatoodha. Namni isaan malee jiru du'oodha yoo qaamaan jiraatan illee.

Address

Harer

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hafsaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share