REYAD SHEK ADEM TULA.

REYAD SHEK ADEM TULA. Unity is Possible by Following Quran and
Sunnah.

Insha Allah! Bakkaan ni geenya!!!
09/11/2022

Insha Allah! Bakkaan ni geenya!!!

Nama jireenyi isaa fakkeenyaa!

Nama duuti isaa fakkeenyaa!
Shek Adem Tula
Isaan jiraachisuun :- Waan isaan karatti dhaaban itti fufsiisuuni!
Insha Allah , Bakkaan ni geenya! 🤝

Hin rifatinaa!!!Tasgabbaa'aa!!!    Ololli muftiin shek adem tuulaa gama aakiraa deeman jedhu  .   soba hin dhaga'inaa!Sh...
16/05/2021

Hin rifatinaa!!!
Tasgabbaa'aa!!!
Ololli muftiin shek adem tuulaa gama aakiraa deeman jedhu .

soba hin dhaga'inaa!
Sheekni keenya fayyaa gaarii irratti argaman. Ni dubbatan. Miila isaaniitiin deeman. Ni nyaatan ni dhugan.
Kan du'e jedhu ofiif du'e.

Rabbiin Halkan Qadrii Qabu Sana Nu Haa Qunnamsiisu.    Amiin
19/05/2020

Rabbiin Halkan Qadrii Qabu Sana Nu Haa Qunnamsiisu.
Amiin

Wallaahi Rabbiin Ammumatti Rakkataa , Ciinqataa, Dhukkubsataa, Maraataa Hunda Ammumatti Furee gammachuun haa ganamsuuf! ...
27/04/2020

Wallaahi Rabbiin Ammumatti Rakkataa , Ciinqataa, Dhukkubsataa, Maraataa Hunda Ammumatti Furee gammachuun haa ganamsuuf!
Rakkataa rakkoo isaa haa baasu
Ciinqataa ciinqii isaa haa furu
Dhukkubsataa dhukkuba irraa haa fuudhu
maraataa maraatuu irraa haa fuudhu
Amiin Allahumma Aamiin!

Sheeka Sheekoowwanii Eenyuutu WallaalaaAbbaa Ulamaa'ii Yaa Shek Adem TuulaaQalbiin si kadhadhee rabbii kiyya moowlaaAkka...
27/04/2020

Sheeka Sheekoowwanii Eenyuutu Wallaalaa
Abbaa Ulamaa'ii Yaa Shek Adem Tuulaa
Qalbiin si kadhadhee rabbii kiyya moowlaa
Akka naaf tiissituu yaa rabbi yaa Allah!
"ustaz Ali Sufiyan"

Mee Namni Sheeka keenya sheek Adem Tuulaa Rabbiif Jecha Jaalattan Hundi 'aa'ii Haa Goonuufi!
" Yaa Rabbi Umrii Sheeka Keenyaa Nuuf Dheereessi".

26/12/2019

Hiriira guyyaa Boruu Ilaalchisee.
Dhaamsa Abbaa ulamaa'ii sheeka keenya itti gaafatamaa ulamaa'ii
Aadam Tuulaa irraa
hiriira Jummaa boruu laalchisee. akka biyyaatti yaamamee ture
magaalaa Harar, Aawwadaayiifii magalaa hramaayaatiifii magaalota
harargee kan karaa irra jiran dabalatee jummaa boruu akka hin jirree
isin hubachiifna.
1/ Ulamaa'iin biyya hundarraa waayee nagaya biyyattii irratti marii
magaalaa hararitti walgahii guddaa waan qabaniif.
2/ Sababni, ayyaana waggaa amantaa Kiristaanaa Qullubbii Gabrieeliin
walirra waan dhufeefi.
3/ barattootaafii qaama hawaasaa hunda hirmaachisuufiis waan
qoophiirra jirruuf.
3/Qaamoonni jeequmsa amantaa kaasuuf dhama'aa jiran kanatti
milkaawuun waan maluuf.
Dhaamsa kana waliif dabarsaa sheer.

20/10/2019

Du'aa'ii Goona Hoggaa Takka!!@-}--

Yaa Rakkataa Furaa
Yaa Irkannaa Waa Hundaa
Yaa Guddaa Guddaa Olii
Yaa Kan gabbaramuun Isaaf Haqaa
Yaa Kan Dhokate Mul'isu
Yaa Kan Mul'ate Dhoksuu danda'u
Yaa Uumaa Waa Hundaa
Yaa Kan dubbatu Cal Godhu
Yaa Kan Cal Ja'eeS Dubbisu
Yaa Kan Du'e Kaasu
Yaa Kan Jiruus Ajjeesu
Yaa Jiraataa Yeroo Maraa
Yaa Gara Laafeessa Waa Hundaa
Yaa Kan Yoo Si Kadhatan namatti gammadu
Yaa Haqa Godhataa Faaruu
Yaa Kan Yaammatan isaa
si yaammannee ,si kadhannee, sitti haajamnee, sitti maganfannee, sitti iyyannee...

laafaa keenya jabeessi
jabaa keenya dabaliif
miskiina keenya duroomsi
dureessa keenya dabaliif
wallaalaa keenya barsiisi
beekaa keenya dabaliif
hamaa keenya qajeelchi
qajeelaa keenya dabaliif
hammeenya shishim nurraa godhi
gara laafeessa , mata laafeessa , nama harka dheeratu nu taasisi
gargaaraan guddaan si'ii nama wal gargaaru nu taasisi
jabaan guddaan si'ii nama wal jabeessu nu taasisi
jaalatamaan guddaan si'ii nama wal jaalatu nu taasisi
haaja furaan guddaan si'ii nama haajaa wal baasu nu taasisi
...

Ani Si Kadhadhee Ati Namarraa Qeebaltaa Narraa Qeebali
Obboleewwan Kiyya Hunda Gammachuun Isaaniif Bariisisi
Dhukkubsataa Dhukkuba Irraa fuudhi
rakkataa gammachiisii of arkachiisi yaa Rabbii!!!

Aamiin AamiiN Aamiin...

ISLAM If ALLAH brings you to it,He will bring you through it.In Happy moments, praise ALLAH.In Difficult moments, seek A...
20/09/2019

ISLAM

If ALLAH brings you to it,
He will bring you through it.
In Happy moments, praise ALLAH.
In Difficult moments, seek ALLAH .
In Quiet moments, worship ALLAH.
In Painful moments, trust ALLAH.
In Every moment, thank ALLAH .
-----------------
Watch your thoughts, they become words.
Watch your words, they become actions.
Watch your actions, they become habits.
Watch your habits, they become character.
Watch your character, they become destiny.
-----------------
When ALLAH gives us ‘NO’
for an answer Keep in mind
that there is a much greater ‘YES’ behind it.
His ‘NO’ is not a ‘REJECTION’, But a ‘REDIRECTION

Address

Harar

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when REYAD SHEK ADEM TULA. posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category