Artists Aliyyii Abraahim

Artists  Aliyyii Abraahim Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Artists Aliyyii Abraahim, School, Doba, Harar.

Baaashshaaaaashaashaaa♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦ Baaashshaaaaashaashaaa♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦ Baaashshaaaaashaashaaa♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦ Baaashshaaaaashaas...
27/11/2023

Baaashshaaaaashaashaaa♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦ Baaashshaaaaashaashaaa♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦ Baaashshaaaaashaashaaa♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦ Baaashshaaaaashaashaaa♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦ Baaashshaaaaashaashaaa♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦ Baaashshaaaaashaashaaa♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦ Baaashshaaaaashaashaaa♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦ Baaashshaaaaashaashaaa♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦ Baaashshaaaaashaashaaa♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦ Baaashshaaaaashaashaaa♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦ Baaashshaaaaashaashaaa♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦ Baaashshaaaaashaashaaa♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦ Baaashshaaaaashaashaaa♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦ Baaashshaaaaashaashaaa♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦ Baaashshaaaaashaashaaa♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦ Baaashshaaaaashaashaaa♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦ Baaashshaaaaashaashaaa♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦ Baaashshaaaaashaashaaa♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦ Baaashshaaaaashaashaaa♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦ Baaashshaaaaashaashaaa♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦ Baaashshaaaaashaashaaa♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦ Baaashshaaaaashaashaaa♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦ Baaashshaaaaashaashaaa♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦Nibaredaa ✅❤️🌹🥀🍒 Nibaredaa ✅❤️🌹🥀🍒 Nibaredaa ✅❤️🌹🥀🍒 Nibaredaa ✅❤️🌹🥀🍒 Nibaredaa ✅❤️🌹🥀🍒 Nibaredaa ✅❤️🌹🥀🍒 Nibaredaa ✅❤️🌹🥀🍒 Nibaredaa ✅❤️🌹🥀🍒 Nibaredaa ✅❤️🌹🥀🍒 Nibaredaa ✅❤️🌹🥀🍒 Nibaredaa ✅❤️🌹🥀🍒 Nibaredaa ✅❤️🌹🥀🍒 Nibaredaa ✅❤️🌹🥀🍒 Nibaredaa ✅❤️🌹🥀🍒 Nibaredaa ✅❤️🌹🥀🍒 Nibaredaa ✅❤️🌹🥀🍒 Nibaredaa ✅❤️🌹🥀🍒 Nibaredaa ✅❤️🌹🥀🍒 Nibaredaa ✅❤️🌹🥀🍒 Nibaredaa ✅❤️🌹🥀🍒 Nibaredaa ✅❤️🌹🥀🍒 Nibaredaa ✅❤️🌹🥀🍒 Nibaredaa ✅❤️🌹🥀🍒 Nibaredaa ✅❤️🌹🥀🍒 Nibaredaa ✅❤️🌿🍃💔💙Qalii💔💚🌿🍃💔💙Qalii💔💚🌿🍃💔💙Qalii💔💚🌿🍃💔💙Qalii💔💚🌿🍃💔💙Qalii💔💚🌿🍃💔💙Qalii💔💚🌿🍃💔💙Qalii💔💚🌿🍃💔💙Qalii💔💚🌿🍃💔💙Qalii💔💚🌿🍃💔💙Qalii💔💚🌿🍃💔💙Qalii💔💚🌿🍃💔💙Qalii💔💚🌿🍃💔💙Qalii💔💚🌿🍃💔💙Qalii💔💚🌿🍃💔💙Qalii💔💚🌿🍃💔💙Qalii💔💚🌿🍃💔💙Qalii💔💚🌿🍃💔💙Qalii💔💚🌿🍃💔💙Qalii💔💚🌿🍃💔💙Qalii💔💚🌿🍃💔💙Qalii💔💚🌿🍃💔💙Qalii💔💚🌿🍃💔💙Qalii💔💚🌿🍃💔💙Qalii💔💚⏭⏭Ønniye 💞💞⏭⏭Ønniye 💞💞⏭⏭Ønniye 💞💞⏭⏭Ønniye 💞💞⏭⏭Ønniye 💞💞⏭⏭Ønniye 💞💞⏭⏭Ønniye 💞💞⏭⏭Ønniye 💞💞⏭⏭Ønniye 💞💞⏭⏭Ønniye 💞💞⏭⏭Ønniye 💞💞⏭⏭Ønniye 💞💞⏭⏭Ønniye 💞💞⏭⏭Ønniye 💞💞⏭⏭Ønniye 💞💞⏭⏭Ønniye 💞💞⏭⏭Ønniye 💞💞⏭⏭Ønniye 💞💞⏭⏭Ønniye 💞💞⏭⏭Ønniye 💞💞⏭⏭Ønniye 💞💞⏭⏭Ønniye 💞💞⏭⏭Ønniye 💞💞⏭⏭Ønniye 💞💞⏭⏭Ønni

20/08/2023
✪ "HAMMUMA BEEKUMSAAN DABALTU CALLISUU FILATTA!"
19/08/2023

✪ "HAMMUMA BEEKUMSAAN DABALTU CALLISUU FILATTA!"

https://t.me/arti_aliyi/167Qaama namaa keessaa yeroo duraaf nama tokko irraa gara nama birootti ceesifamuun milkaa'ina k...
15/08/2023

https://t.me/arti_aliyi/167
Qaama namaa keessaa yeroo duraaf nama tokko irraa gara nama birootti ceesifamuun milkaa'ina kan argate kaleedha.


👇

biyyaa koo

10/08/2023
15/05/2023

Ulaaga Jaalala Dhugaa
💝💝💝💝💝💝
✔️ Namaaf jettee yeroo kee hin gubin.
✔️ Jaallatamuufis ta'e jaalachuufis jette hin rakkatin, kan maalummaa kee beeku si jaallatati.
✔️ Waan gaarii gootu hunda ilma namaarraa hin eggatin waaqarraa galata argattaati.
✔️ Namaa tokkoo jaallatee yoo dhabde itti hin gaddin, maaliifuu waaqayyo namaa sana akka inni siif hin taane waan beekuuf sirraa qabe.
👉Jaalalli dhugaa:
✔️ Dhoksaa hin qabu.
✔️ Gaabbii hin qabu.
✔️ Jibbaa hin qabu.
✔️ wal tuffii hin qabu.
✔️ Wal komii hin qabuu.
✔️ Walitti muufachuun yoo jiraates walirraa fagaachuu hin qabu.
✔️ Jaalalli dhugaa onnee qulqulluu qofa barbaada.
👉 Hiriyaan gantuun waa sadii (3)
1. Qorree bishaan keessaa
2. Bofa marga keessaa
3. Summii midhaan keessati.
•👉 Hiriyaan dhugaa waa sagal (9) : Garuu salgaan sun bakka sagaltama siif gaha.
1. Abdii jiruu
2. Obsaa jiruu
3. Gorsaa jiruu
4. Qajeelchaa karaa
5. Dawaa sammuu
6. Irkoo guyyaa rakkoo
7. Galmaa geessa kaayyoo keeti
8. Jajjabeessa hojii keeti
9. Gorfataa karaa guddinna
💦 Hiriyaa sobaa mannaa diina dhugaa wayya. Maalif seetee, diinaa akka diinattii beektee irraa fagaatta, garuu hiriyaan gadhee si fakkaatee si nyaatti.
👉Kaayyoon hiriyaa gadhee:
1. Jireenya balleessitee namaa gadii si godhuu.
2. Agartuu kee jamsiitee ijaa kee balleessuu.
3. Miila kee mumurtee tarkaanfii si dhorkuu.
4. Harkaa kee si hiitee hojiirraa si hambisuu.
5. Sammuu kee marachiitee baaftee si salphisuu.
6. Jaarsaa fi Jaartii addaan baafte kophaatti si hambisuu.
7. Fudhaa fi Heeruma dhorkatee manatti si hambisuu.
8. Ummata keessatti Maqaa kee xiqqeessuu dha.
👉Hiriyyaan dhugaa hoo...?
1. Karaa hamtuu irraa si gorsee karaa qajeeltuu siif hawwa.
2. Yoo gaarii hojjatee gammachuu siif qaba.
3. Yoo ati rakkatte si wajjin cinqama.
4. BakkaBakka ati hin jireettii toltuu kee hasawaa
5. Utubaa siif ta'ee mana siif ijaara.
6. Ol fuudhee si baatee tabbarra si dhaaba.
7. Kabaja siif laate maqaa kee ol qaba.
8. Gammachuu kee gammadee gadditus si wajjin gadda.
9. Dhibee kee hundumaa

Address

Doba
Harar

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Artists Aliyyii Abraahim posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category