23/09/2026
=•=•=••=
✅ Biiroon Barnootaa Magaalaa Finfinnee dorgommii barsiisummaa Manneen Barnootaa afaan Oromoo Sadarkaa 1ffaan duraatiif baasee ture irratti barsiisonni galmooftanii turtan keessaa gosa barnootaa armaan gadii irratti kanneen ulaagaa armaan gadii guuttan qacarriif waamichi isiniif taasifame jira.
📅 Guyyaa Galmee - Fulbaana 14-15/2019
🎯 Iddoon Galmee - Mana Barnootaa Sadarkaa 2ffaa Minilik
=•=•==•==•
Tarree maqaa guutuu argachuuf
👇👇
Chaanaalii - https://t.me/HaaBarruu
Garee - https://t.me/H2Bru
👇👇
Facebook - facebook.com/HaaBarruu