Ijaa saba

Ijaa saba Suraa fi vidiyoo garagara isiin dawwachiisnaa

04/05/2026

Caalati kolfii

Akka qorannon tokko mul'dhisuuti da'imaan waggaa 4 guyyaati giddugalesan yeroo 300 koolfa, garu yeero nama ga'eessa tokkon walbira qabnee ilaalu guyyati yeero 50 qofa koolfa. Sababin isaas ga'eessii tokko guyyan isaa dirqama, yaadoo fi wantota hedduun wan gutameefi. Sababi saniif kolfa baay'inan ni dagatu. Kolfi guyyati kolfiitu gammachu, dandeeti wa ummu and humna haara nuuf laata.
Koomeediyan Isteev martiin namni jedhaamu yeroo hundaa ganama akuma hiribaa irra ka'en fuula daawwitii dura dhabatee daqiqaa shaniif kolfa. kana wantii rawwatuf dandeetin kalaqa issaa kan guyyaa akka dabalufii.
Akkasuma koolfii fayyaaf murteesadha akka oggeessi saayikoojji wiliyam jeemsi jedhuuti" sababa gammachuu qabaneef hin kolfiinuu sababa kolfiineef gammachuu qabana malee" jedhee dubaate. Kanaafuu guyyaa keessan yeroo hundaa kolfaan dabarsaa.

01/05/2026

Big shout out to my new rising fans! Jaalataa Dhugaa

01/05/2026

jechuun gonkumaa kuuftee haafuu jeechuu miti. wanta atti irraa baratuudha. dogogora hundara wan atti hin qabne irra . akasumas wan hojaachu qabduu sif mulisaa. Gonkumaa kuffaati hin iffajji kee irra deebin tasisi.

malumaatuu ishee qunnamee murtee kana rawwatee obbolettin keenya kun
30/04/2026

malumaatuu ishee qunnamee murtee kana rawwatee obbolettin keenya kun

27/04/2026

Jireenya kesati fi namooni saffisaan jijiraamu yoo atti fireeni kee qabuu wallaltee ykn yonifi calaa amanamu yoo wallaalte guyyaa tokkoo ni hubataa akka attii dhabachaa ykn loolaa jirtuu.
Kanafuu yeroo hundaa yadadhuu namooni akka jijiramu. isaan dhabataa miti. Yeroo hundaa amanamoo tahaani hin jiraatani. sanifuu yeeroo hunda of dagaachuu hin qabduu dhugaaf dhaabadhuu.

24/04/2026
23/04/2026

funny video

amusing creatures
22/04/2026

amusing creatures

Address

Harar

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ijaa saba posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Ijaa saba:

Shortcuts

Share

Category