Mure tube

Mure tube Public figures

الله أكبر، الله أكبر، الله أكبر،                     لا إله إلا الله، الله أكبر، الله أكبر، ولله الحمدPhoto guyyaa Eidaa...
15/06/2024

الله أكبر، الله أكبر، الله أكبر،
لا إله إلا الله، الله أكبر، الله أكبر، ولله الحمد

Photo guyyaa Eidaa
irra hatamtee baate🥰

Bireeni fi Dishqaan
Osoo lafa raasuu
Jireenyis qaala'e
Osoo nama aarsuu

Hiriyaan kee meeqa
Sibiraa miidhamee
Muraasni du'anii
kaanis ni hidhamee

Bara dhiigni tokko
Wal balleessuuf fiigu
Wallaalaan ijaare
Beekan immoo diigu

Amma ofirra si hin cufu
waa hunda sitti odeessee
Guyyaa Eid-al-Adhaa
Baga nagayaan geess✨

 (Ahmad girany) ✌Waa'e shawwala jala dhiisi an heddun jaaladha🥰
17/04/2024

(Ahmad girany)



Waa'e shawwala jala dhiisi an heddun jaaladha🥰

[ ] Seerotaa fi qajeelfamoota bu'uraa qo'annaa(fundamental rules and guidelines of study)Nama kamuu ni fayyadaSeerota wa...
25/04/2023

[ ] Seerotaa fi qajeelfamoota bu'uraa qo'annaa(fundamental rules and guidelines of study)
Nama kamuu ni fayyada
Seerota walii-galaa qo'annaa(General rules Of study)
1. Osoo dubbisa hin eegalin dura cinqii ykn wahuma kamuu kan yaada (attention) kee jeequ irraa bilisa tahuu kee mirkaneeffachu qabda
2. Yoo rakko qabatte furuuf ykn irranfachuuf yaali. ykn dura sammuu tee boqachiisuuf(refresh) gochuuf yaali(gosa barnoota kamu gonkuma akka dirqamaatti hin dubbisin sammu bilisaatiin alatti)
3. Sagantaa dubbisaa mataa keetii qabaadhu(sagantaa hiriyaa kee irraa niis hin laallatiniis irraa hin hatinis)
4. Iddoo qo'annaa yaada(attention) kee dubbisa qofaaf harkiftu filadhu fi yeroo baay'ee akka kophaa dubbiftuun si gorsa ykn hiriyaa kee kan hedduu si dhihaatu irra akka fagaattu, yoo akkas hin taane yeroo tee haasawaa fii tapha hin barbaachifne irratti dabarsita(yoo boqonnaan si barbaachise iddoo(yeroo) qo'annaatiin alatti haa ta'uu)
5. Hoggaa dubbiftu qabxii ifa siif hin tahin kamuu gonkuma bira hin dabrin(yaadadhu qabxiin si dhibde san guyyaa tokko qormaatarra dhufuu dandeeysii akkasuma bu'aa kee gad buusuu dandeeysi) ....itti fufa

By

Keysummonni galan🚶‍♂️👨‍🦯👩‍🦯🚶‍♀️Maatiin hafan🧎‍♂️🧎‍♀️
24/04/2023

Keysummonni galan🚶‍♂️👨‍🦯👩‍🦯🚶‍♀️
Maatiin hafan🧎‍♂️🧎‍♀️

Address

Haramaya University
Harar

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mure tube posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Mure tube:

Shortcuts

Share