Lamessa Ayele Tech

Lamessa Ayele Tech Gaaffii qabdan kamiiyyuu naaf barreessaa. Gorsaa fi deeggarsas isiniif ni goona.

Building this kind of momentum is exciting. Every new skill and concept you learn opens up new possibilities for progres...
13/04/2023

Building this kind of momentum is exciting. Every new skill and concept you learn opens up new possibilities for progress, and putting in the hard work leads to great results.

Let's visit❤️
08/10/2022

Let's visit❤️

Muuziyeemii Aartii fi Sayinsii kana ilaaluuf akuu muddameera. Kun waan dansaa. Guddinna biyya tokkoo keessatti teknooloo...
06/10/2022

Muuziyeemii Aartii fi Sayinsii kana ilaaluuf akuu muddameera. Kun waan dansaa. Guddinna biyya tokkoo keessatti teknooloojii baay'ee murteessaadha. Muuziyeemii akkanaa kana yeroo yero'oon gara garaa itti qopheessuun, dargaggoota dandeettii addaa qaban baasuu qabuun dhaamsa kiyya

03/10/2022
29/09/2022
  rakkoo hadha isa muudateef dhiifama gaafateera.ውድ ደንበኞቻችንበአንደኛው ዋና ጣቢያችን (core site) ላይ ባጋጠመን የውስጥ የኃይል አቅርቦት ቴክኒካል ችግ...
28/09/2022

rakkoo hadha isa muudateef dhiifama gaafateera.

ውድ ደንበኞቻችን
በአንደኛው ዋና ጣቢያችን (core site) ላይ ባጋጠመን የውስጥ የኃይል አቅርቦት ቴክኒካል ችግር ምክንያት በከፊል ደንበኞቻችን ላይ የአገልግሎት መቆራረጥ ችግር አጋጥሞን የነበረ ሲሆን ለተፈጠረው ችግር ይቅርታ እየጠየቅን፤ ችግሩ የተፈታ መሆኑን እናሳውቃለን።
እናመሰግናለን!

Haati isaa deessee balfa keessatti gatte. Tarii rakkattee tahee waan beekamu hin jiru. Daa'imni kunis deebee haatii fi a...
26/09/2022

Haati isaa deessee balfa keessatti gatte. Tarii rakkattee tahee waan beekamu hin jiru. Daa'imni kunis deebee haatii fi abbaan isaa eenyu akka tahan osoo hin argiin guddate. Maatii tokkotu tasa osoo achiin darbanii arganii guddisan.
Amma abbaa kaampaanota gurguddaa adunyaati. Kalaqa teeknoloojiidhaan miliyenera adunyaa tahe. Erga abbaa kaampaanotaa tahee adunyaa irratti beekamee maatiin dhufee ilma keenya jedhe jiraa laata? Inni hoo waa'ee maatii isaa maal jedha?. 👉👉 https://bbc.in/3SAFtB0
Suuraa; Fireedii Fiigers

"Most of the people they have fancy ideas in the evening when they wake up in the morning they go back to do the same jo...
26/09/2022

"Most of the people they have fancy ideas in the evening when they wake up in the morning they go back to do the same job" Alibaba. We have to do something different.

Address

Hagere Mariam

Telephone

+251913403843

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Lamessa Ayele Tech posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Lamessa Ayele Tech:

Shortcuts

Share

Category