Torbaan Jiloo Ijoollee Bulee

Torbaan Jiloo Ijoollee Bulee Jiraa hundaa bachaa

01/08/2022

Ijii sii ilatee qalibii sii jalaa galtee maa naa woyaa yaa masinoo tiyaa !!

Sitii bihee
14/06/2022

Sitii bihee

๐‹๐ข๐ฑ๐š ๐’๐ก๐š๐ ๐ ๐š๐ซ ๐Ž๐ง๐š ๐ˆ๐ฅ๐ฎ๐ฎ ๐†๐š๐ฅ๐š๐š๐ง ๐Š๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐š๐ญ๐ญ๐ข ๐๐š๐ฆ๐จ๐จ๐ญ๐ง๐ข ๐๐š๐ ๐š๐š๐ง ๐’๐ก๐š๐ง ๐๐š๐ค๐ค๐š ๐“๐จ๐ค๐ค๐จ๐ญ๐ญ๐ข ๐€๐ฃ๐ฃ๐ž๐ž๐ฌ๐š๐ฆ๐š๐ง

[SBO - CAAMSAA 30,2022] Caamsaa 30,2022 guyyaa harโ€™aa Godina Lixa Shaggar Ona Iluu Galaan ganda Irgoo Waashamoo keessatti lammiileen Oromoo nagaa 5 WBO deggertu/nyaachistu jedhamanii waraana mootummaa Bilxiginnaan bakka tokkotti ajjeesamuu maddeen oduu ifoomsaa jiran.

Namootni ajjeesaman kunniin:
Fiqaaduu Xaasoo
Jabeessaa Likkiisaa
Dhugaasaa Taayyee
Lalisaa Barsiisaa fi
Lalisaa Yiggazuu kanneen jedhamani.

Boddoosaa Likkiisaa fi Korree Nagarii kanneen jedhaman ammoo rasaasaan rukutamanii duโ€™aa fi jireenya gidduutti akka argaman ibsameera.

Waraanni mootummaa Ona Iluu Galaan ganda Irgoo Waashamoo keessatti ajjechaa suukanneessaa ummata nagaa irratti raawwate kun, manneen ummataa gubee loon dabalatee qabeenya hedduus akka saame maddeen ifa godhu.

Barsiisaa Jaallataa, Calqaa Jaliilaa fi Tafarii Barsiisaa warra manni duraa barbadeeffamee fi qabeenyi duraa saamame keessatti akka argaman gabaasa maddeenii irraa beekuun dandaโ€™ameera.

Jiraattotni ganda Irgoo Waashamoo warri humna qaban bosonatti kan baqatan yoo taโ€™u, kanneen humna hin qabne maanguddootnii fi daaโ€™imman gandichumatti kan hafanii fi dararaaf kan saaxilaman taโ€™uun hubatameera.

Caamsaa 27,2022 hidhattootni mootummaa Bilxiginnaa Godina Qellem Wallaggaa magaalaa Limixii jedhamtu keessatti maqaa WBO deggertan jedhuun Oromoota nagaa 6 haala suukanneessaan ajjeesanii reeffa isaanii bakkeetti gatuu gabaasuun keenya ni yaadatama.

Address

Hagere Mariam
C

Telephone

+251960327099

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Torbaan Jiloo Ijoollee Bulee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category