Gimbi Adventist Highschool

Gimbi Adventist Highschool School

27/07/2025

Faarfannaa

Qabxiin qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa qaammee 4/2016 ibsama.
06/09/2024

Qabxiin qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa qaammee 4/2016 ibsama.

23/08/2024

Beeksisa
Manni Barumsaa Sad. 2ffaa Adveentistii Gimbii Barnoota Qulqullina qabu kennuun barattoota isaa ga’oomsuun kutaadhaa gara kutaatti dabarsuu; qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa barattoota isaa dabarsuu qofa osoo hintaane barattoota isaa Sodaa waaqaa fi safuu hawaasaa barsiisaa dhaloota egeree borii ta’an guddisuun kan beekamuu Bara Barnootaa 2017f barattoota idilee fi barattoota Galgalaa simatee barsiisuuf qophii hunda xumuree jira.
Kanaafuu, Barattoonni Mana Barumsaa keenyatti barachuu barbaaddanii fi ulaagaa Galmeef barbaachisu Guuttan yeroo kenname keessatti galmaa’uu Kan dandeessan ta’uu isin beeksifna.
Guyyaan Galmee Hagayya 20/2016 – Qaammee 5/2016
Yeroon galmee: Sa’aatii hojii Mana barumsaa
Ulaagaa Galmee
Barattoota Idilee tiif
 Kaardii kutaadhaa ittiin darbitan
 Kafaltii mana barumsaa kan ji’a Fulbaanaa fi Kan Galmee
 Maatii fi barataan walfaana argamuun dirqama
Barattoota Haaraaf
 Kaardii fi Tiraanskiriiptii kutaa baratanii xumuranii
 Waraqaa qulqullinaa mana barumsaa irraa barachaa turanii
 Suuraa barataa fi maatii tokko tokko
 Dossee tokko
 Kafaltii mana barumsaa ji’a Fulbaanaa fi kafaltii Galmee
 Maatii fi barataan walfaana argamuun dirqama
HUB: Kafaltii mana barumsaa osoo manni barumsaa baankiitti isiniif hinbarreessin kafaluun hindanda’amu. Ajaja Malee barataan kafaltii raawwate mana barumsaatti kan hinsimatamne yoo ta’e kafaltii ajaja malee raawwatameef manni barumsaa kan itti hingaafatamne ta’uu cimsinee isin beeksifna.

01/08/2024

Naannoo Oromiyaatti qabxiin qormaata Kutaa 6ffaafi kutaa 8ffaa bara 2016 ifoome
-
Naannoo Oromiyaatti Qabxiin qormaata barattoota kutaa 6ffaafi 8ffaa bara 2016 har'a ifoomeera.

Barattootni kutaa 8ffaa fi 6ffaa qabxii isaanii karaa Kompitara ykn bilbila isaanii irraa 'Link' asii gaditti kenname keessa galuun fuula 'Home Result' jedhu argattu.
Fuula kanarratti bakka lakkoofsa galmeefi maqaa keessan kan jalqabaa galchuun dhumarratti 'check result' kan jedhu tuquun qabxii keessan beekuu ni dandeessu.
Kutaa 6ffaaf
https://oromia6.ministry.et/
Dabalataanis; telegraamii irratti .
- 'start' kan jedhu tuquun, itii aansee kutaa keessan filadhaa .
- itti aansuun Naannoo keessan filaa,
- itti aansuun lakkoofsa galmeefi maqaa keessan kan jalqabaa galchuun qabxii keessan beekuu dandeessu.

Kutaa 8ffaaf
Liinkiin asii gaditti kenname kan qabxii kutaa 8ffaa ittiin ilaalludha.
https://oromia.ministry.et/
Dabalataan, Telegraamii irratti
- start' kan jedhu tuquun, itii aansee kutaa keessan filadhaa .
- itti aansuun Naannoo keessan filaa,
- itti aansuun lakkoofsa galmeefi maqaa keessan kan jalqabaa galchuun qabxii keessan beekuu dandeessu.
:
Barataan Komii Qabu Yoo Jiraate; Liinkii asii gaditti kenname keessa galuun komiisaa dhiheeffachuu ni danda'a.
Komiinis kan dhihaatu danda'u har'a irraa eegalee 10 keessatti qofa ta'a.
Kutaa 6ffaaf https://oromia6.ministry.et/ #/complaint
yoo ta'u,
Kutaa 8ffaaf immoo https://oromia.ministry.et/ #/complaint
fuula 'form' irratti gosa barnootaa komii irratti dhiheeffattan filachuun iyyannoo dhiheeffachuu ni dandeessu.
Hubachiisa: Dursitanii App. VPA cufuu qabdu.

Qabxii darbiinsaa
Kutaa 8ffaa
dubartii 50%fi ol yoo ta'u,
horsiisee bulaatiif
dhiiraaf 48% , dubartiif 45%fi ol
# Qaama miidhamtootaaf immoo,
dhiiraaf 45% , dubartiif 42 % fi ol ta'ee murtaa'eera.

31/07/2024

Firiin qormaata Naannoo kutaa 6ffaa fi 8ffaa hanga ammaatti kan hin beeksifamne ta'us har'aafi boru keessatti kan ifoomu ta'uu odeeffachuu keenya kaleessa toora telegram keenyaan isiniif maxxansinee turre, kanaaf boru ganama sa'aatii 2:30 irraa eegaluun bu'aa firii qormaataa keessan beekuuf liinkii kanatti fayyadamaa

kutaa 6ffaa
https://oromia6.ministry.et/ #/result

Kutaa 8ffaa https://oromia.ministry.et/ #/result

Telegraama keenyaan nu hordofaa
https://t.me/gimbiadventisthighschool

21/10/2023
https://www.facebook.com/100064682287722/posts/723978793101524/?mibextid=rS40aB7S9Ucbxw6v
08/10/2023

https://www.facebook.com/100064682287722/posts/723978793101524/?mibextid=rS40aB7S9Ucbxw6v

የ2015ዓ.ም የ12ኛ ክፍል መልቀቂያ ፈተና ውጤት ዙሪያ መግለጫ ይሰጣል። .............................................................................

መስከረም 27/2016 ዓ/ም (የትምህርት ሚኒስቴር) የ2015ዓ.ም የ12ኛ ክፍል መልቀቂያ ፈተና ውጤት ዙሪያ ትምህርት ሚኒስቴር ነገ መስከረም 28/2016 ዓ.ም ከ ቀኑ ስድስት ሰዓት ላይ ጋዜጣዊ መግለጫ የሚሰጥ ይሆናል።

ተማሪዎችም ትክክለኛውን መረጃ ከትምህርት ሚኒስቴር ገፆች ላይ እንድትከታተሉ እናሳውቃለን።

ፌስቡክ -https://www.facebook.com/fdremoe/
ቴሌግራም -https://t.me/ethio_moe
ትዊተር - http://twitter.com/fdremoe
ሊንክዲን - https://www.linkedin.com/company/ministry-of-education-ethiopia
በዌብሳይት - www.moe.gov.et

Urgent Notice
19/09/2023

Urgent Notice

Address

Oromia
Gimbi

Opening Hours

Monday 08:00 - 05:00
Tuesday 08:00 - 05:00
Wednesday 08:00 - 05:00
Thursday 08:00 - 05:00
Friday 08:00 - 05:00

Telephone

+251577711339

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gimbi Adventist Highschool posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category