20/07/2022
Baga Gammanne baga gammadan!!!
Barattoonni keenyaa, Maatiin Hayyuu Borii fi deeggartoonni M/Barumsaa keenyaa marti....
Imala yeroo gabaabaa keessatti jijjiirama qabatamaa fiduun beekamtii hawaasa keenyarra arganne kunuunfachaa, hanqinoota keenya fooyyeessaa galmaaf kaayyoo kaaneef ni milkeessina. Eebba barattoota keenya marsaa 2ffaa kan bara 2014 bifa miidhagaa fi hawwataa taheen goolabnee jirra... Eebbifamtoota keenya maraan baga milkooftan, imalli keessan ifa...dhaloota Hayyuu Borii aantee keessan boonsitanii hawaasaaf gaachanna akka taatan shakki tokko hin qabnu... Horaa bulaa deebanaa!
# Dr. Nasir Desalegn
Hogganaa M/Barumsaaa Hayyuu Borii