Gabbisa Afaan Oromoo

Call Directions Website Contact the school

Gabbisa Afaan Oromoo Hundi keenya yoo qabsoofne afaan keenya sadarkaa idil-addunyaarraan gahu ni dandeenya.

27/09/2026

OOLMAA KEE LUKKUU FAANA
HIN TAASIFATIIN
RISAA FAANA OF MADAALI.

25/09/2026

Hojii hojjattu dhoksii halkan hojjadhu
ganama yeroo namni irribaa ka'u alaabaa
mo'icha keetii fannisi.Isinin jaaladha.

23/09/2026

Kufaatii hin sodaatiin irra deddeebi'ii yaali guyyaa tokko ni milkoofta.
Gaafa milkoofte ni gammadda.

21/09/2026

Ammamiyyuu rakkattu
abdii hin kutiin
Boru har'arra ni caalaa!

18/09/2026

Akka taatu sitti himuu?
Akkamiyyuu hin ta'iin nama ta'i.

11/09/2026

Hordoftoonni koo hundi baga bacaqii gannaa baatanii booqaa birraa ijaan argitan. Barri kun kan gammachuu,jaalalaa, kan waan gaarii yaaddan itti harka keessa itti galfattan isiniif haa ta'u.
2019
AYYAANA GAARII

10/09/2026

Magaalaa Maayaa jirra as goraa❤

Qabsooftuu mirga namoomaa Guddoo keenya si hin irraanfannu🙏🙏Nagaan boqodhu Giiftii qabsoo Oromoo Artist:- Ilfinash Qanno...
06/09/2026

Qabsooftuu mirga namoomaa Guddoo keenya si hin irraanfannu🙏🙏
Nagaan boqodhu Giiftii qabsoo Oromoo
Artist:- Ilfinash Qannoo

05/09/2026

Kitaaba Afaan Oromoo kutaa lamaa maaliin yaadattu mee?
Koomenti godhaa!😁

GOOBEE FI SHINOOYYEE
04/09/2026

GOOBEE FI SHINOOYYEE

Address

Woliso
Ghion

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gabbisa Afaan Oromoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Gabbisa Afaan Oromoo:

Shortcuts

Share