Bordodde secondary school

Bordodde secondary school Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Bordodde secondary school, Education, Gelemso.

Abbaa Jijjiirama Waamaraa!***Gaggeessa onneerra hojjete biyya isa qabatamaatti jijjiira jiru waan ta'eef gufannaa diinon...
21/05/2026

Abbaa Jijjiirama Waamaraa!
***
Gaggeessa onneerra hojjete biyya isa qabatamaatti jijjiira jiru waan ta'eef gufannaa diinonni isaaf ka'aan hunda injifannoo irra aanee ashaaraa dhalootaaf darbuu hojjete agarsiisa jira ! Itoophiyaan gaaddisa hooggansa isa jalatti mata olqabatte, ija guuttee addunyaatti mul'acha jirti !!! Jijjiiramni Itoophiyaan itti jirtus akka ololli diina dhoksuu hin dandeenyeetti akka biiftuu bariitti goobanee mulacha jira!

Jijjiirama hundagaleessaan maqaafi mataa biyya keenya olkaasee mul'isa jira !! Karaa kaminuu Itoophiyaa hirkatummaa irra walabaa taatee uumuuf fageenyaa dheeraa adeeme jijjiirama waaraa galmeesisa jira !! Hojiin inni hojjetes tokko lamaan ija guutee mul'acha jira!

Carraaqqiin isa guyyaa guyyaas bu'aa qabatamaadhaan ifee dhugoomeera !! Gaggeessa jijjiirama ta'u isaas hojiin inni lafarratti hojjete ragaa jiraata ta'ani addunyaatti ifaa jiru !!

Badhaadhinni filannoo uummataati!****Badhaadhinni Paartii uummataan deegaramee fi uummata isaaf gadi bu'ee hojjatu waan ...
21/05/2026

Badhaadhinni filannoo uummataati!
****
Badhaadhinni Paartii uummataan deegaramee fi uummata isaaf gadi bu'ee hojjatu waan ta'eef deeggarsaa fi jaalala uummata guddaa horatee jira!

Paartiin Badhaadhinaa paartii sagantaa siyaasaa ifaa fi tarsiimoo sirrii qabachuun sosochii duulaa na filadhaa gaggeessaa jira. Badhaadhinni Paartii dhaloota egereef gumaacha olaanaa taasisu Paartii walqixxummaaf tokkummaa sabdaneessatti amanu waan ta'eef filannoo keessaan Paartii Badhaadhinaa godhadhaa.

โžฃBadhaadhina filadhaa!
โžฃIjaarsa sirna dimokiraasii dagaagsaa!
โžฃMallattoon paartii Badhaadhinaa Nadoo Qamadiiti!

๐—Ÿ๐—ถ๐—ถ๐—ป๐—ธ๐—ถ๐—ถ ๐—ž๐—ฎ๐—ป๐—ฎ ๐—–๐˜‚๐—พ๐—ฎ๐—ฎ๐˜€๐—ฎ๐—ฎ๐—™๐—ถ๐—น๐—ฎ๐—ป๐—ป๐—ผ๐—ผ ๐—œ๐˜๐—ถ๐˜†๐—ผ๐—ผ๐—ฝ๐—ต๐—ถ๐˜†๐—ฎ๐—ฎ ๐— ๐—ฎ๐—ฟ๐˜€๐—ฎ๐—ฎ ๐Ÿณ๐—ณ๐—ณ๐—ฎ๐—ฎf  ๐—š๐˜‚๐˜†๐˜†๐—ผ๐—ผ๐˜๐—ฎ ๐—บ๐—ฒ๐—ฒ๐—พ๐—ฎ๐˜๐˜‚ ๐—ต๐—ฎ๐—ณ๐—ฎ? ๐—•๐—ฎ๐—ฟ๐˜‚๐˜‚๐—ณ ๐—Ÿ๐—ถ๐—ป๐—ธ http://197.156.115.32:8000/...
18/05/2026

๐—Ÿ๐—ถ๐—ถ๐—ป๐—ธ๐—ถ๐—ถ ๐—ž๐—ฎ๐—ป๐—ฎ ๐—–๐˜‚๐—พ๐—ฎ๐—ฎ๐˜€๐—ฎ๐—ฎ

๐—™๐—ถ๐—น๐—ฎ๐—ป๐—ป๐—ผ๐—ผ ๐—œ๐˜๐—ถ๐˜†๐—ผ๐—ผ๐—ฝ๐—ต๐—ถ๐˜†๐—ฎ๐—ฎ ๐— ๐—ฎ๐—ฟ๐˜€๐—ฎ๐—ฎ ๐Ÿณ๐—ณ๐—ณ๐—ฎ๐—ฎf ๐—š๐˜‚๐˜†๐˜†๐—ผ๐—ผ๐˜๐—ฎ ๐—บ๐—ฒ๐—ฒ๐—พ๐—ฎ๐˜๐˜‚ ๐—ต๐—ฎ๐—ณ๐—ฎ?

๐—•๐—ฎ๐—ฟ๐˜‚๐˜‚๐—ณ ๐—Ÿ๐—ถ๐—ป๐—ธ http://197.156.115.32:8000/election
๐—ฐ๐˜‚๐—พ๐—ฎ๐—ฎ๐˜€๐—ฎ๐—ฎ

#๐—™๐—ถ๐—น๐—ฎ๐—ป๐—ป๐—ผ๐—ผ #๐—œ๐˜๐—ถ๐˜†๐—ผ๐—ผ๐—ฝ๐—ต๐—ถ๐˜†๐—ฎ๐—ฎ
#๐—˜๐˜๐—ต๐—ถ๐—ผ๐—ฝ๐—ถ๐—ฎ๐—ป #๐—˜๐—น๐—ฒ๐—ฐ๐˜๐—ถ๐—ผ๐—ป

๐—œ๐˜๐—ผ๐—ผ๐—ฝ๐—ต๐—ถ๐˜†๐—ฎ๐—ฎ ๐—š๐—ฎ๐—ฟ๐—ฎ ๐—•๐—ถ๐˜†๐˜†๐—ฎ ๐—™๐—ฎ๐—ธ๐—ธ๐—ฒ๐—ฒ๐—ป๐˜†๐˜‚๐—บ๐—บ๐—ฎ๐—ฎ๐˜๐˜๐—ถ!Paartii Badhaadhinaa Filadhaa!Mallattoon Keenya Nadoo/Bissii qamadiiti.
18/05/2026

๐—œ๐˜๐—ผ๐—ผ๐—ฝ๐—ต๐—ถ๐˜†๐—ฎ๐—ฎ ๐—š๐—ฎ๐—ฟ๐—ฎ ๐—•๐—ถ๐˜†๐˜†๐—ฎ ๐—™๐—ฎ๐—ธ๐—ธ๐—ฒ๐—ฒ๐—ป๐˜†๐˜‚๐—บ๐—บ๐—ฎ๐—ฎ๐˜๐˜๐—ถ!
Paartii Badhaadhinaa Filadhaa!
Mallattoon Keenya Nadoo/Bissii qamadiiti.

''Kennaa Uumamaa Gara Qabeenyaattiโ€™โ€™๐—œ๐˜๐—ผ๐—ผ๐—ฝ๐—ต๐—ถ๐˜†๐—ฎ๐—ฎ ๐—š๐—ฎ๐—ฟ๐—ฎ ๐—•๐—ถ๐˜†๐˜†๐—ฎ ๐—™๐—ฎ๐—ธ๐—ธ๐—ฒ๐—ฒ๐—ป๐˜†๐˜‚๐—บ๐—บ๐—ฎ๐—ฎ๐˜๐˜๐—ถ!Paartii Badhaadhinaa Filadhaa!Mallattoon Keen...
18/05/2026

''Kennaa Uumamaa Gara Qabeenyaattiโ€™โ€™

๐—œ๐˜๐—ผ๐—ผ๐—ฝ๐—ต๐—ถ๐˜†๐—ฎ๐—ฎ ๐—š๐—ฎ๐—ฟ๐—ฎ ๐—•๐—ถ๐˜†๐˜†๐—ฎ ๐—™๐—ฎ๐—ธ๐—ธ๐—ฒ๐—ฒ๐—ป๐˜†๐˜‚๐—บ๐—บ๐—ฎ๐—ฎ๐˜๐˜๐—ถ!
Paartii Badhaadhinaa Filadhaa!
Mallattoon Keenya Nadoo/Bissii qamadiiti.

Kaadhimamtoota Paartii Badhaadhinaa Filannoo Waliigalaa Marsaa 7ffaa Naannoo Filannoo  Itoophiyaa gara biyyaa fakkeenyum...
07/05/2026

Kaadhimamtoota Paartii Badhaadhinaa Filannoo Waliigalaa Marsaa 7ffaa Naannoo Filannoo

Itoophiyaa gara biyyaa fakkeenyummaatti!
Paartii Badhaadhinaa filadhaa!
Mallattoon keenya bissii/Nadoo Qamadiiti

Kaadhimamtoota Paartii Badhaadhinaa Filannoo Waliigalaa Marsaa 7ffaa. Naannoo Filannoo Habroo 1ffaaItoophiyaa gara biyya...
07/05/2026

Kaadhimamtoota Paartii Badhaadhinaa Filannoo Waliigalaa Marsaa 7ffaa. Naannoo Filannoo Habroo 1ffaa

Itoophiyaa gara biyyaa fakkeenyummaatti!
Paartii Badhaadhinaa filadhaa!
Mallattoon keenya bissii/Nadoo Qamadiiti

Kaadhimamtoota Paartii Badhaadhinaa Filannoo Waliigalaa Marsaa 7ffaa. Naannoo Filannoo MiicataaItoophiyaa gara biyyaa fa...
07/05/2026

Kaadhimamtoota Paartii Badhaadhinaa Filannoo Waliigalaa Marsaa 7ffaa. Naannoo Filannoo Miicataa

Itoophiyaa gara biyyaa fakkeenyummaatti!
Paartii Badhaadhinaa filadhaa!
Mallattoon keenya bissii/Nadoo Qamadiiti

Address

Gelemso

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Bordodde secondary school posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category