Waajjira Barnootaa Aanaa Habroo

Waajjira Barnootaa Aanaa Habroo Waajira Barnootaa Aanaa Habroo 2015 E.c.

Ammajii 20-5-2018 Guutummaa manneen Barnootaa Aanaa Habroo keessatti qormaanni moodeela seemisteera 1ffaa kutaa 6ffaa fi...
28/01/2026

Ammajii 20-5-2018 Guutummaa manneen Barnootaa Aanaa Habroo keessatti qormaanni moodeela seemisteera 1ffaa kutaa 6ffaa fi 8ffaa kennamuu eegalee jira.

Muddee 15,2018 Godina Harargee Lixaa Aanaa Habrootti Leenjiin EMIS Digitalization ammayyeessuu irratti dureewwan manneen...
24/12/2025

Muddee 15,2018 Godina Harargee Lixaa Aanaa Habrootti Leenjiin EMIS Digitalization ammayyeessuu irratti dureewwan manneen barnootaa Aanaatiif kennamuu jalqabe.

Leenjichaas haasaa baniinsaa taasisuun kan jalqabsiisan Itti Gaafatama Waajjira Barnoota Aanaa Habroo Obbo Anduualam Ababaa fi Dursa Garee TQO Waajjira Barnoota Aanaa Habroo Obbo Kadir Ahmadiin leenjichi itti fufee muddee 15-17'tti kan kennamu taha.

Onkololeessa 28, 2018 Ogeeyyiin Barnootaa BBO irraa hojii barnootaa deeggaruuf dhufan , ogeeyyota barnootaa Waajira Barn...
07/11/2025

Onkololeessa 28, 2018 Ogeeyyiin Barnootaa BBO irraa hojii barnootaa deeggaruuf dhufan , ogeeyyota barnootaa Waajira Barnootaa Aanaa Habroo fi Bulchiinsa Magaala Galamsoo waliin iddoo tokkotti gamaaggama supparviizinii barnootaa Marsaa tokkoffaa dhimma TaRL fi hojii waliigalaa irratti gaggeessuun kallattii bobbaa marsaa lammaffaa kaahaahanii jiru.

Onkololessa 18,2018 Godina Harargee Lixaa Aanaa Habroo fi Bulchiinsa Magaalaa Galamsootti leenjiin haala baruu barsiisuu...
28/10/2025

Onkololessa 18,2018 Godina Harargee Lixaa Aanaa Habroo fi Bulchiinsa Magaalaa Galamsootti leenjiin haala baruu barsiisuu fi hojii irraa olmaa TARL manneen barnoota sadarkaa 1ffaa akkasumas hojilee inisheetivii barnootaa irratti dureelee manneen barnootaa,I/g Waajjira Hawaassummaa Gandaati fi oggeessota waajjira barnoota Aanaa fi Magaalaa Galamsootif bakka koree supparvizhinii Waajjira Barnoota Godinaa irraa dhufan argamanitti gaggeeffame.

Leenjichas haasaa baniisaa taasisuun kan jalqabsisan Itti Gaafatamaa Waajjira Barnootaa Aanaa Habroo Obbo Andualam Ababa,Itti Gaafatama Waajjira Barnootaa Bul/Mag/ Magaalaa Galamsoo Obbo Tewodros Warqinaa fi Oggeesa Waajjira Barnoota Godinaa irraa Supparvisiniif dhufe Obbo Sisaay Seeyfuuti.

Sanadaa gabaaba leenjiif qopha'ees kan dhiheessan Oggeesa Waajjira Barnootaa Godinaa irraa Supparvisiniif dhufe Obbo Sisaay Seeyfuuti.

13/10/2025
Onkololeessa 3, 2018 wajira barnootaa Aanaa Habrootti guyyaan kabaja Alaabaa bifa miidhagaadhaan gaggeeffamee jira,  ayy...
13/10/2025

Onkololeessa 3, 2018 wajira barnootaa Aanaa Habrootti guyyaan kabaja Alaabaa bifa miidhagaadhaan gaggeeffamee jira, ayyaanicha irratti gaaffiifi deebii heera biyyaa fi barnoota lammumaan walqabatan gaafachuun barattoota injifataniif badhaasni kennamee jira.

05/10/2025

This World Teachers’ Day, we celebrate two teachers who help girls in rural Ethiopia develop essential skills

 # Guyyaa 25/01/2018  Aanaa Habrootti  Waajjiiri Barnootaa Aanaa Habroo  Leenjii Hubannoo Dhimma Inispeekshinii Barnoota...
05/10/2025

# Guyyaa 25/01/2018 Aanaa Habrootti Waajjiiri Barnootaa Aanaa Habroo Leenjii Hubannoo Dhimma Inispeekshinii Barnootaa fi Supp barnootaa Waliigalaa irratti Xiyyeeffate Sadarkaa Aanaatti Dureelee manneen barnootaaf kennaa kan jiraniidha.
♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤

Godina Harargee Lixaa Aanaa Habroo Waajjiri Barnootaa Aanaa Leenjii dandeettii rawwachiisummaa cimsuu ilaalchisee Dureewwan Manneen Barnootaa sadarkaa Aanaatti jiraniif dhimma Inispeekshinii barnootaa fi Supp barnootaa irratti Xiyyeeffate akka waligalatti leenjii bal'aa taasisaa kan jiraniidha.
Leenjicha irratti argamuun kallattii haala waliigalaa dhimma barnootaa irratti Xiyyeeffachuun dureewwaan manneen barnootaa Aanichaa irraa hirmaataniif ergaa bal'aa kan taasisan ergicha keessatti kutannoo fi Murannoon hooggansa manneen barnootaa cimina ijoollee keenyaatiif murteessaadha jedhan.

Fuulbana 21 2018 waajira barnootaa Aanaa Habrootti sagantaan gaggeessaa barattoota qaxalee qabxii olaanaa galmeessuun ma...
01/10/2025

Fuulbana 21 2018 waajira barnootaa Aanaa Habrootti sagantaan gaggeessaa barattoota qaxalee qabxii olaanaa galmeessuun maanneen barnoota sadarkaa 2ffaa bultii addaatiif dabran gaggeeffamee jira. Saganticha irrattiis Bulchaan Bulchiinsa Aanaa Habroo kabajamoo obbo Hassan Mohammad fi Itti gaafatamaan Paartii badhaadhinaa Aanaa Habroo kabajamoo obbo Abbuu Anshuu walduraa duubaan ergaafi dhaamsa jajjabaa dabarsanii jiru.

Address

Behind Gelenso General Hospital
Gelemso

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Barnootaa Aanaa Habroo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share