Kuyu woreda Sport Office

Kuyu woreda Sport Office G/Gurracha

Kuyyuu Galaana Geebaa!
10/05/2023

Kuyyuu Galaana Geebaa!

Kuyyuu Biyya Gootaa Maal keessaa si dhabanii hundaan Biyya mootaa.Wal gorgommii Ammayyaa marsaa guutuu 29 ffaa Godina Sa...
02/05/2023

Kuyyuu Biyya Gootaa Maal keessaa si dhabanii hundaan Biyya mootaa.
Wal gorgommii Ammayyaa marsaa guutuu 29 ffaa Godina Salaalee magaala Fiicheetti geggeeffamaa tureen Aanaan Kuyyuu Geeba(Waancaa) ja'a (6) guurrachuun Olaantummaan Xummuree jira.
Ammas Baga Gammaddan!

Qaxalee Ijoollee KuyyuuBaga Gammaddan.
02/05/2023

Qaxalee Ijoollee Kuyyuu
Baga Gammaddan.

Kuyyuu
30/04/2023

Kuyyuu

Baga Gammaddan!Wal dorgommii kubbaa miilaa A/Kuyyuufi A/H/Abootee gidduutti taasisameen Aanaan keenya rukuttaa adabbii b...
30/04/2023

Baga Gammaddan!
Wal dorgommii kubbaa miilaa A/Kuyyuufi A/H/Abootee gidduutti taasisameen Aanaan keenya rukuttaa adabbii bilisaan moo'uun geebaaf darbee jira.

29/04/2023

Baga Gammaddan
Wal dorgommii kubbaa miilaa B/M/Fiichee fi A/ Kuyyuu waliin adeemsifameen
Aanaan Kuyyuu 2-1 moo'uun gara marsaa itti aanuutti darbee jira.

Garee Atileeetiksii Aanaa Kuyyuu
29/04/2023

Garee Atileeetiksii Aanaa Kuyyuu

Wal dorgommii Ammayyaa Marsaa Guutuu 29 Godina Salaalee Magaala Fiichee irratti geggeeffamaa jiruun Gareen kubbaa Miilaa...
29/04/2023

Wal dorgommii Ammayyaa Marsaa Guutuu 29 Godina Salaalee Magaala Fiichee irratti geggeeffamaa jiruun Gareen kubbaa Miilaa Aanaa keenyaa tapha Kalee Aanaa Muloo waliin taasiseen qabxii qooddachuun gara Marsaa itti aanuutti darbuun isaa ni yaadatama, Haaluma kanaan Tapha kubbaa Miilaan afur keessa galuuf B/M/ Fiichee waliin tapha isaa sa'aa 5:00 gubbaatti ni eegala.
Carraa Gaarii Aanaa keenyaaf Hawwina

Wal dorgommii ammayyaa Guutuu Marsaq 29ffaa Godina Salaalee magaala Fiicheetti dorgomamaa jiruun Aanaan keenya Teenisa M...
29/04/2023

Wal dorgommii ammayyaa Guutuu Marsaq 29ffaa Godina Salaalee magaala Fiicheetti dorgomamaa jiruun Aanaan keenya Teenisa Minjaalaan Abbaa Geebaa(Waancaa) ta'uu isaa mirkaneeffatee jira.
Baga Gammaddan, Baga Gammanne!

28/01/2023
Carraa Gaarii Kilaba keenyaaf
26/01/2023

Carraa Gaarii Kilaba keenyaaf

Address

Gebre Guracha

Telephone

+251921971508

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kuyu woreda Sport Office posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category