23/05/2026
Jijjiirraa kibxara ganamaa itti dhiyaadhaa dubbisaa kilabiin ati deeggartu eenyu mallatteesisuuf jira..
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
โ๏ธPeeppee Guwaardiyoola Maan siitii gad dhiisuuf akka jiru ifatti hoggantoota warrra siitii beeksise.
โ๏ธSiitiin leenjisaa Chelsea duraanii Enzo Maresca bakka Guardiola buusuuf jira.
โ๏ธLeenjisaan Haarofti Riyaal madrid Rashfford Man utd irraa mallatteesisuuf sochii jalqabe.
โ๏ธMan utd Eliot Anderson N.Forest irraa mallatteesisuuf Amma kilaba ollaa isaa man siitii Dursuu jalqabe ..
โ๏ธMan utd ganna kana yoo xiqqaate taphattoota sarara gidduu 3 mallatteesisuuf sochii irra jira Sandro Tonali,Carlos Baleba fi Eliot Anderson
โ๏ธRiyaal Madrid Joosee Morinhoo leenjisaa haarawa kilabichaa godhee qacharuuf waliigale..
โ๏ธCheelsiin Aston Viilaa irraa taphataa sarara gidduu Moorgaan Roojars duuluuf fedhii qaba garuu Arsenaal, Maanchistar Yunaayitid fi Paaris Seent Jarmain taphataa lammii Ingilaandi ganna 23 kana ilaalaa jiru. (Talksport), kan alaa
โ๏ธ Baarsaan Taphataa sarara fuulduraa Maanchistar Yunaayitid Maarkus Raashfoord ergisaa gara waliigaltee dhaabbataatti jijjiiruuf Yuuroo miiliyoona 30 kaffaluuf fedhii kan hin qabne yoo ta'u Aston Viilaan taphataa lammii Ingilaandi ganna 28 kana fudhachuuf fedhii akka qabu ibsee jira (Mundo Deportivo )..
โ๏ธ Cheelsiin goolii eegaa irratti kan xiyyeeffate yoo ta'u goolii eegaa Saandarlaand lammii Nezerlaand ganna 23 Roobin Roofs fudhachuuf cimsee hojjachaa jira jira. (mirror)
โ๏ธ Taphataan sarara gidduu Ispeen Roodrii ganna 29 ganna kana Maanchistar Siitii keessa turuu fi dhiisuu isaa hanga ammaa hin murteessine Leenjisaan madrid Moorinhoon Rodri fudhachuuf yaalaa jira . (Marca )..
โ๏ธ Arsenaal taphataa sarara fuulduraa Biraazil Gabri'eel Jeesus gurguruuf paawundii miiliyoona 30n qofa barbaada..Miilaan fi yuventus taphataa ganna 29 kana fudhachuuf dorgommii irra jiru (Caught Offside).
โ๏ธ Bireenfoordi Biraayitan fi Cheelsiin taphataa sarara qarqaraa Jarmanii ganna 19 Said El Malaa kolon irraa fu