22/05/2026
Uumama addaa
Amata 50 odoo hin dhuqatin addunyaarraa deeme jetti miidiyaan. Namni kun lammii Iiraani. Bishaan malee lubbu qabeeyyiin akkamitti jiraatti?
↪️↪️ Garuu nama tokko kan bishaaniin qaama hin dhiqanne arkeen jira.
Maaliif hin dhiqanne? yoon je'ee gaafadhu" yoon dhiqadhe na dhukkuba " je'e.