Ejensii Galmeessa Ragaalee Bu'ura hawaasummaa ,Dirre dhawaa Araddaa 06

Ejensii Galmeessa Ragaalee Bu'ura hawaasummaa ,Dirre dhawaa Araddaa 06 "Registering the vital events on time is the sign of modernization "

17/05/2022

Ejensiin galmeessa ragaalee bu'ura hawaasummaa bulchiinsa magaalaa Dirree Dhawaa galmee haala kanaan dura baratame 'Manual' irraa gara 'digital' tti jijjiiruun gara 'online' galmee haala adda tageen eegaluu isaa isin hubachiisaa ,kanneen Waraqaa dhalootaa, Cidhaa , hiikkaa , Guddifachaa fi du'aa fudhachuuf dhuftan dararaa fi harkifannaa tokko malee yeroo fi saffisaan kan isin tajaajillu tahuu keenya kabajaan isin hubachiifna.

20/02/2022

Hordaftoonni page kanaa galatoomaa jechaa Galmeessa Ragaalee Bu'ura hawaasummaa ammayyeessinee gara sirna digitaalaatti jijjiiruu keenya asumaan isin hubachiisna.
Afaan keenya numatu guddifata
Afaan keenya Afaan hojii federaalaa kan godhuus numa

10/01/2022

Galmeessi ragaalee bu'ura hawaasummaa , bu'ura waan hundaati.
Yeroon haa galmeessinuu !!

12/12/2021

Odeeffannoo waaltawaa fi dhaabbataa qabaachuuf Ragaalee bu'ura hawaasummaa yeroon haa galmeessinuu !!

Ragaalee bu'ura hawaasummaa yeroon galmeessuun mallattoo aammayyummaati.

28/11/2021

Galmeessitanii jirtuu ?
Daa'ima dhalate guyyaa 90 keessatti
Cidha guyyaa 30 keessatti
Hiikkaa guyyaa 30 keessatti
Guddifachaa guyyaa 30 keessatti
Du'a guyyaa 30 keessatti

27/09/2021

Galmeessi Ragaalee bu'ura hawaasummaa
✅ Dhaloota
✅ Cidha
✅ Hiikkaa
✅ Du'aa fi
✅ Guddifachaa yeroo murtaawaa isaaniif kenname keessatti galmeessuun dirqama keenya haa baanuu !

29/08/2021

Taatewwan galmeessuun mallattoo ammayyummaati

Haa galmeessinuu
Bu'aa isaa barannee haa barsiisnuu

ወሳኝ ኩነቶችን በጊዜው ማስመዝገብ ዘመናዊነት ነው
31/05/2019

ወሳኝ ኩነቶችን በጊዜው ማስመዝገብ ዘመናዊነት ነው

21/05/2019

Guyyoota Ragaalee bu'ura hawaasummaa kanneen yeroon galmaa'uuf qabaniif kenname
1) Dhalootaaf Guyyaa 90 ji'a sadihi
2) Cidhaaf ji'a tokko
3) Hiikkaa fi Du'aafis ji'a tokko
guyyoota kanneen keessatti galmeessuun gahee keenya haa baanu !!

17/05/2019


Birth
marriage
divorce and
Death
others are not currently applied in our administration

Address

Kefira
Dire Dawa

Telephone

+251930549748

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ejensii Galmeessa Ragaalee Bu'ura hawaasummaa ,Dirre dhawaa Araddaa 06 posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category