Fugug page

Fugug  page Afaan oromoo akka guddatuf tattaffi nan godha

Hayyuu, Muraa'ata, kutataa, falmataa Haqaa, Garalaffessaa fi kabajamaan keenya Jawar Mohammed  waggaa 39 duraa akka guyy...
19/05/2025

Hayyuu, Muraa'ata, kutataa, falmataa Haqaa, Garalaffessaa fi kabajamaan keenya Jawar Mohammed waggaa 39 duraa akka guyyaa Boruu ( May 12) gara Adunyaa kana dhufee. Jaal baga dhalatee, osoo ati dhaalatu batee enuu irraa Jaalalaa, Tokkummaa, ciminaa fi Sabonummaa barana turee ? Dhalachuun kee waa hedduu nuu Barsiise akkasumas waan hedduu nuu fayyadee. Baga nuuf dhalatee ammas umrii nuuf dheeradhuu🙏

20/04/2024

Ji’oota muraasaaf miidiyaa hawaasaa kanarraa fagaadhee, waa dubbachuus dhiiseen ture.
Barri bara itti dubbatanii kan dabe sirreessan, kan dheedhate bilcheessan ta’uu didnaan; Kan dubbatu malee kan dhaggeeffatu dhibnaan… callisuu wayya jedheen callise.

Ajjeechaa yommuun dhaga’u obsan dhabe, qaama kootu na hollate! Amanuuf nan rakkadhe! Nama dubbatellee nama hin quuqne, nama tasgabbaa’aa, nama kabajamaa, nama yaadatti amanu, nama nagaa… akka sareetti gadi baasanii ajjeesanii gatan!

Wayyoo Battee! Wayyoo dhiira gaafa xiiqii! Dhiira gaafa rakkoo! Korma sodaa hin beekne, goota dhugaarraa hin dheessine!
Ajjeechaa booda gaafa nutti dukkanaa’u; waan dubbannuufi akka itti dubbannu yommuu wallaalu situ dhugaa Oromoo dubbate! Situ abdii nutti h**e! Ati nama tokko miti, sagalee Oromoo hundaa turte!
“Yaadatti amanna, karaa nagaatti amanna” jetti! Sobaafi fakkeessaa! Mootummaan yaadatti amanu nama akka kee kunuunsee kabaja kennaaf malee akka sareetti ajjeesee hin gatu!

Yaa qulqulluu namaa; dhiigni kee gatii qaba! Waaqayyo gumaa kee ni baasa!

Nuti silaa dhaloota ganama hidhii xuuxee, waaree booda dhiichisudha! Nu hin abdatiin Battee koo!

Nagaan boqodhu!

12/12/2023

Oromo culture
😘😘

17/11/2023
Kaleen kufe jatte abdii hin muranne Sifan hassan arra sadarka 2ffaan xumurun isii Heddu nama boonsa ammalle abdii hinkut...
26/08/2023

Kaleen kufe jatte abdii hin muranne
Sifan hassan arra sadarka 2ffaan xumurun isii
Heddu nama boonsa
ammalle abdii hinkutatin sin Janna
Baga gammadde

27/02/2023

Booranni dhumaa jira oromo koo

Address

Oromiya Hararge
Dire Dawa

Telephone

+251703141586

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Fugug page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Fugug page:

Shortcuts

Share

Category