Marti Walin Academy

Marti Walin Academy Together Inspiring Education Excellence

🌟 Exciting News of Appointment! 🌟We are thrilled to share the appointment of Dr. Abdi Amin as the new Head of the Harari...
12/04/2025

🌟 Exciting News of Appointment! 🌟

We are thrilled to share the appointment of Dr. Abdi Amin as the new Head of the Harari Region Health Bureau!πŸŽ‰πŸ‘¨βš•οΈ

βœ… Dr. Abdi Amin is a Medical Doctor and the Chief Executive Clinical Director at Hiwot Fana Specialized Hospital. His dedication to public service, clinical excellence, and community empowerment has made him a respected figure in the region and beyond.

βœ… Beyond the hospital walls, Dr. Abdi is also the Founder and Member of BifleMind Organization and Marti Business PLC, and he serves as a Board Member of Walif Health Educationβ€”a reflection of his commitment to advancing health, education, and entrepreneurship in our society.

βœ… His appointment marks a powerful step forward in strengthening the health system, innovating service delivery, and in building healthier communities as well.

Join us in congratulating Dr. Abdi Amin on this important milestone. Drop your best wishes in the comments and let’s celebrate this inspiring leadership!

Beeksisa:Manni barnootaa Martii Waliin Akkadamii Galmee bara 2017 jalqabee waan jiruuf iddoon qabnu muraasa waan taheef ...
11/09/2024

Beeksisa:

Manni barnootaa Martii Waliin Akkadamii Galmee bara 2017 jalqabee waan jiruuf iddoon qabnu muraasa waan taheef yeroon ijoollee teysan fiddanii akka galmeessitan kabaajaan isin yaadachiifna.

14/07/2024

Sagantaa Ayyaana Waggaa fi Eebba Barattoota KG-3 kan Bara 2016 A.I
የ2016 α‹“.ም α‹¨αˆ˜α‹αŒˆα‹« αŠ₯αŠ“ የKG-3 α‰°αˆ›αˆͺα‹Žα‰Έ αˆαˆ­α‰ƒα‰΅ αˆ₯αŠβ€αˆ΅αˆ­α‹“α‰΅

🚌🌟 Sagantaa daawwannaa Mana Barnootaa Martii Waliin Akkaadaamii Marsaa lammaffaa! πŸ“šπŸŒGuyyaa arraa Ebla 20, 2016 A.I Akkaa...
28/04/2024

🚌🌟 Sagantaa daawwannaa Mana Barnootaa Martii Waliin Akkaadaamii Marsaa lammaffaa! πŸ“šπŸŒ

Guyyaa arraa Ebla 20, 2016 A.I Akkaadaamiin keenya sagantaa daawwannaa barattoota keenyaaf marsaa lammaffaa yoo qopheessu gammachuu guddaati nuti dhagahama. πŸŽ“βœ¨

Sagantaan daawwannaa kun Barattoonni keenya naannoo isaanii akka hubatan, akkasumas iddoowwan seena daawwachuun seenaa fi hambaalee naannoo keenyatti argaman akka beekan taasisa. πŸžοΈπŸ“–

Daa'imman daawwannaa kanarraa Muuxannoo fi argannoo garaa garaa akka arkatan abdii qabna.

Kanaaf baruumsa daree cinatti daa'immaaniif sagantaa akkanaa qopheessuun dhaloota biiflee fi barnoota adda addaan guutame uumuu keessatti shoora guddaa qaba. πŸŒΏπŸ”

Mul’anni Barnootaa Martii Walin Akkaadaami dhaabbata barnootaa adda dureen sammuu daa'immanii beekumsaa fi kalaqaan guddisuu, akkasumas dhaloota ga’umsa barnootaatiin fakkeenya ta’anii
fi baateewwan isaanii hunda keessatti milkaa'oo tahan godhuudha.πŸ“ΈπŸŒŸ




πŸŽ“πŸŒ

18/02/2024
  Dire TV Afaan Oromoo AKKAADAAMIIMARTII WALIIN  taasise.
09/10/2023

Dire TV Afaan Oromoo AKKAADAAMII
MARTII WALIIN taasise.

Check out Bifle Mind's video.

06/10/2023

Oduu Gammachiisaa! πŸ“£

πŸŽ‰ Dire TV Akkaadaamii Martii Waliin Daawwate! πŸŽ‰

πŸ“Ί Dire TV fuulbana 23,2016 daawwannaa Akkaadaamii Marti Waliin taasisuun hoggansa, Barsiisotaa fi hojjettoota mana barumsichaa waliin haala baruuf barsiisuu irratti gaaffiifi deebii taasisee jira πŸŽ₯πŸŽ™οΈ

06/10/2023
  MWA bara 2015 keessaa...   daawwanna/school trip # Barattoonni MWA Buufata baaburaa Dirree Dhawaa Hogguu Daawatan Suur...
06/10/2023

MWA bara 2015 keessaa...
daawwanna/school trip

# Barattoonni MWA Buufata baaburaa Dirree Dhawaa Hogguu Daawatan Suuraan......

Address

Dire Dawa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Marti Walin Academy posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category