Ifaa mul'aataa

Call Directions

Ifaa mul'aataa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Ifaa mul'aataa, College & University, Shanan, Dire Dawa.

Bulguun biyya Arabaatti nama ajjeesaa turte  akkanatti qabamtee mana murtii dhiyaachaa jirti!
26/08/2026

Bulguun biyya Arabaatti nama ajjeesaa turte akkanatti qabamtee mana murtii dhiyaachaa jirti!

Dureessi addunyaa kanaa Iloon Maask dureeyyii addunyaa kanaa keessaa tokko erga tahee waggootiin lakkaa'amanillee maalla...
07/06/2026

Dureessi addunyaa kanaa Iloon Maask dureeyyii addunyaa kanaa keessaa tokko erga tahee waggootiin lakkaa'amanillee maallaqni dhihoo kana walakkaa tiriiliyoonaa galuun ammoo qabeenyasaa akkaan guddiseera.

Haa tahu malee Maask jireenya qananii hin jiraatu. Maallaqasaa kana maal itti godhata?

👉 https://bbc.in/4ufYbQB

22/03/2026

Oduu-Ammee Iraan Yoo Qabxiileen Sadeen tun nuuf guutame malee Mariin hin jiraatu:1. Qaamni hooggansa Keenya Ayatollah Al...
18/03/2026

Oduu-Ammee

Iraan Yoo Qabxiileen Sadeen tun nuuf guutame malee Mariin hin jiraatu:

1. Qaamni hooggansa Keenya Ayatollah Alii Khameenii ajjeese fi barattoota daa'imman 170 ajjeese dabarfamee Iraaniif kennamuu

2. Waraanni USA naannicha guutumaa guututti gadi lakkisee bahuu!
3. Dhimma gabbisa Niiwkulara Iraan - qabaachuu fi dhiisuu keenya kan murteessu USA osoo hin taane, Iraan qofa. Kanarratti walii galuu.

Yoo kun hin guutamin lolli itti fufa!

08/03/2026

ammiiin

07/03/2026
06/03/2026
24/01/2026

Address

Shanan
Dire Dawa

Telephone

+251937498923

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ifaa mul'aataa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share