Sheikh Amiin Ibroo

Sheikh Amiin Ibroo Kan ko

16/10/2025
Yaa Hordoftoota kiyya Challenge shek ibsa hassan tana irratti hirmaadhaaHirmaannaan keeysan kun waa 2 bu'aa qaba.1- usta...
21/09/2025

Yaa Hordoftoota kiyya
Challenge shek ibsa hassan tana irratti hirmaadhaa

Hirmaannaan keeysan kun waa 2 bu'aa qaba.
1- ustaazota keenyaaf hamilee taha.
2-Al rayyaan dhaabbata nama keenyaati
Nama keenya kan hujii eegaletti hamilee godhuudha.

Hamilee nutti godhaa waliif tumsuu wal gargaaruu aadaa godhadhaa
Share waliif godhaa
Warri social miidiyaa fayyadamtan hundi linkii al rayyaan maxxaansaa

Linkii Coment jalqabaa irraa laalaa.
Seenaa follow godhaaa

Oduu wayii dhaga'een baay'ee sitti gaddeeSi gaafachuunis natti toluu didnaan Messege siif barreesse. Guddaa galatoomi!An...
12/09/2025

Oduu wayii dhaga'een baay'ee sitti gaddee
Si gaafachuunis natti toluu didnaan
Messege siif barreesse.
Guddaa galatoomi!
Ani garuu akkasitti sin yaannee,
maalumaafuu kana booda akka maqaakoo hin dhoofne!
Naafis hin bilbiliin,
Anis dhimmakee hin qabu, yoo natti dhufte narraa gori anis sirraan gora yeroo koos xumuree deemaan jira!
Siin jettee barri 2017 !!
Yoo rifatte dhiifama!! prankdhti habibii Afotu!!

Yaa Rabbi akka keenya hin LaaliniiUumama keetiif Rahmata godhi
07/09/2025

Yaa Rabbi akka keenya hin Laalinii
Uumama keetiif Rahmata godhi

Address

School
Dire Dawa
QAQA

Telephone

+251965228069

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sheikh Amiin Ibroo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Sheikh Amiin Ibroo:

Shortcuts

Share

Category