Bilaal School

Bilaal School Mana barnoota kenya haa jabeysinu

14/09/2025

Beeksisa

Barattoota M/B Bilaal Hundaaf,
Magaalaa Dire Dhawa ,Ethiopia .

Dhimmi:- Guyyaa barnoonni Jalqabu Isin Beeksisuu Ilaallata

Manni barnoota Bilaal Kan Ummataa barnoota idilee bara 2018 kan jalqabu Fulbana , Isniina guyyaa 05/2018 dha.

Haaluma kanaan, meeshaalee baruu-barsiisuuf barbaachiisu hunda guutattanii akka dhuftan isin beeksiisna.

Hubachiisa:-

👉Barattoonni kutaa
7ffaa- 12ffaa = Ganama sa'aa 1:30

👉Barattoonni kutaa
Iffaa- 6ffaa = Sa'aa booda sa'aa 6:30

10/08/2025



Mana Barnootaa Bilaal hundaaf,

Galmeen barattootaa kan bara barnootaa 2018 akka eegale quba qabdaa mii .
Deemi galmaawi .
National Id qabaachuu qabda waraqaa dhalootaa waliin ..koottaa galmaawaa isiniin jadha .Bilaal school ..

02/08/2025

Barnoonni furmaata yaroo maraati
arraas , boruus ,kalees furmaata waa hundaati.

22/05/2025

Yaa jiru duniyaa , namuu irrumaa deemaa ..
Dureessaa fii hiyyeesa hin jattu ..
Sheekaa fii barataa hin jattu ....
Ustaazaa fii bulchaa hin jattu ...
Manguddoo fii dargaggoo hin jattu.. hundi namaa sumarraa deema ..

Khaatimaa nuhaa tolchu

Entrance Mubarek  for all student social
22/07/2023

Entrance Mubarek for all student social

05/05/2023

Waa jijjiiruuf jiraanna malee waa nu jijjiiruuf hin jiraannu .

MANA BARNOOTA BILAAL
17/07/2022

MANA BARNOOTA BILAAL

Address

Dire Dawa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Bilaal School posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category