Caalaa Abraahim

Caalaa Abraahim Wal gargaaruun Aadaa keenyaa waan taheef Oromoo Koo wal gargaaraa hadaraa Ummata Koo

Walkeeysa jirra
26/08/2026

Walkeeysa jirra

25/08/2026

Jaartii hin qabnuu kophummaaniis nu miitee akka hin fuuneef jiruun haadaan nu hiitee yaanni nu seena hoggaa aduun achiin gadi dhiitee

Baga gammadde bro
25/08/2026

Baga gammadde bro

Cããlãå Mohammed Khabiirticha kiyya baga gammaddee   silaa   kun kan eenyuuti boo
25/08/2026

Cããlãå Mohammed Khabiirticha kiyya baga gammaddee silaa kun kan eenyuuti boo

Baga gammaddan
25/08/2026

Baga gammaddan

25/08/2026

Jiruun Tolte Harma jige kaasa jedhan

Mooyluda tokko jirraati nurra hin laalina gaa Shariif Akkami boo Zargiin galtee itti narra himi gaa ganamuumaan oldhufaa...
24/08/2026

Mooyluda tokko jirraati nurra hin laalina gaa Shariif Akkami boo Zargiin galtee itti narra himi gaa ganamuumaan oldhufaati akka narra hin laalle.

24/08/2026

Iddoo hundumatti
argamuuf hin dhiphatin,
iddoo argamuu qabdutti
immoo bu'aa qabeessa
ta'ii argami.

Baayyeen si jaaladha Naaf hin qabdu gita Naaf jedhii of qali Albee naatu bitaa😁
23/08/2026

Baayyeen si jaaladha
Naaf hin qabdu gita
Naaf jedhii of qali
Albee naatu bitaa😁

Address

Dire-Dawa
Dire Dawa

Telephone

+251942989148

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Caalaa Abraahim posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Caalaa Abraahim:

Shortcuts

Share