Koomartikeet Haroo Sabbuu

Koomartikeet Haroo Sabbuu Gabbadhee hin du'u
Akka sa'a maseenaa
Imaanaa abbootakoo
Nan kunuunfadha seenaa !

Utumadhumaa diinni koo
Awwaaluudhaaf watwaatuu
Awwaala diigee baha
Seenaa koo Rirmi nyaatu

Ye Nile jagnaOromia Media Network BBC News Afaan Oromoo Oromia Prosperity Party / OPP / Abiy Ahmed Ali
17/12/2025

Ye Nile jagna
Oromia Media Network BBC News Afaan Oromoo Oromia Prosperity Party / OPP / Abiy Ahmed Ali

16/12/2025
  (Maammush) Waggaa saddeet dura Haromaya University 'tiiti AjjeefameπŸ’”. Ilma waan hundaan guutu baratee maatii fi hawaas...
05/07/2024

(Maammush) Waggaa saddeet dura Haromaya University 'tiiti AjjeefameπŸ’”. Ilma waan hundaan guutu baratee maatii fi hawaasa isaa tajaajila jedhame bakka guddaatti eegamu dhabne. Maatiif mucaa hangafa ture. Haati Maammush ergasi keessa hin deebine. Ni eelofte. Har'a Felmata Dufera Obboleessi Maammush University Obboleessi isaa itti ajjeefame irraa degree isaa 1ffaan eebbifame. Abbaan isaanii Barsiisaa Dhufeeraa Obsinnaas lukaan km baayyee deemuun university mucaa isaa Hangafa itti dhabetti argamuun miira xiiqii wal makeen ilma isaa eebbisiise❀ ati dhiira. Leenca sammuun gumaa Obboleessa kee baaftee sammuu maatii kee boqochiiftedha. Digiriin ati har'a argatte kan kee qofa otoo hin taane digirii Maammus waliin eebbifamte. Baga Gammaddee, maatii kee fi nu garaa ciibsite. Maatiin Hundi baga Gammaddan!

Baga Gammaddee πŸŽ‰πŸŒ·Qaama miidhamaa ta'uun kee bakka yaadde ga'u irra si hin dhorkinee πŸ‘Œ  jedhama. Yuunivarsiitii Hawaasarr...
04/07/2024

Baga Gammaddee πŸŽ‰πŸŒ·
Qaama miidhamaa ta'uun kee bakka yaadde ga'u irra si hin dhorkinee πŸ‘Œ
jedhama. Yuunivarsiitii Hawaasarraa barataa guyyaa har'aa eebbifameedha! Congratulations πŸ‘πŸŽ‰πŸŽ‰

Baga geessanSagantaa Eebba barattoota Haramaya university
04/07/2024

Baga geessan
Sagantaa Eebba barattoota Haramaya university

Obboleessa keenyaa yeroo inni    ture😁
04/07/2024

Obboleessa keenyaa yeroo inni ture😁

  modeling barachuuf osoo hintaane, madaa jaalalaa qoorfachuuf dhaqe jedhameπŸ€—
02/07/2024

modeling barachuuf osoo hintaane, madaa jaalalaa qoorfachuuf dhaqe jedhameπŸ€—

πŸ₯¦ πŸ₯¦Somba dachee kanaaAti yaa bosonaaJiraachuu keen alaDacheen kunuu onaSilaa hin jiraannuHin deemnu ol jenneeJiraachisaa...
28/06/2024

πŸ₯¦ πŸ₯¦

Somba dachee kanaa
Ati yaa bosonaa
Jiraachuu keen ala
Dacheen kunuu ona

Silaa hin jiraannu
Hin deemnu ol jennee
Jiraachisaa lubbuu
Waaqni si nuuf kenne

Oomishaa qilleensaa
Gammachisaa qalbii
Mimidhagsaa dachee
Kennaa uumaa rabbi

Dur bosonni jiraachuu
Seenadhaan himama
Deebisnee si dhaabun
Ammallee dirqama

Mirga osoo hin taane
Kun dirqama keenya
Yoo isa hin eegne
Nu baasisa beenya

Midhagsaa dacheedha
Ati yaa bosonaa
Jiraachuu keen ala
Dacheen kunuu ona

Waan bituun dandeenye
Si'irraa arganna
Si'iin nama taane
Somba keen harganna

Gamtaan lafaa kaanee
Si kunuunsuu qabna
Yoo akkas hin goone
Jiruu keenya dabna

Soorata nuuf taatee
Kan nu soorte lubbuu
Maalumaaf ciramtaa..?
Osoon qabne cubbuu

Osoo hin barfanne
Ammuma haa kaanuu
Gahee mataa keenyaa
Nu hundi haa baanuu



Hanga haalonni mijataniitti eegda yoo ta’e, eegaa hafuu keeti.
25/06/2024

Hanga haalonni mijataniitti eegda yoo ta’e, eegaa hafuu keeti.

12/06/2024

Hiyyeessi hin janajjanna soreessi hin fuudha.

Dhugaan jirtu kanuma liqimsi.🎷

 #αˆ°αˆα‰°αˆƒαˆ? αŠ¨α‹š αŠ α‹­αŠα‰΅ α‰₯αˆαŒαŠ“ αŒ‹αˆ­ αˆαŠ• αŠ₯α‹¨αˆ˜αŒ£ αŠα‹  αŠ¨αŒ“α‹°αŠžα‰½α‹Ž αŒ‹αˆ­ α‹­αŒ‹αˆ© αŠ₯αŠ“ ለαŠ₯α‹«αŠ•α‹³αŠ•α‹± αŒ“α‹°αŠ›α‹Ž αˆˆαˆšαŒ‹α‰₯α‹Ÿα‰Έα‹ αŠ₯αŠ“ αˆˆα‰°αŒα‰£αˆ«α‰Έα‹ αŒ‰αˆ­αˆ» α‹«αŒαŠ™α‘ የαŠ₯αˆ­αˆ΅α‹Ž αˆͺፈራል αŠ αŒˆαŠ“αŠ  https://...
22/05/2024

#αˆ°αˆα‰°αˆƒαˆ?
αŠ¨α‹š αŠ α‹­αŠα‰΅ α‰₯αˆαŒαŠ“ αŒ‹αˆ­ αˆαŠ• αŠ₯α‹¨αˆ˜αŒ£ αŠα‹
αŠ¨αŒ“α‹°αŠžα‰½α‹Ž αŒ‹αˆ­ α‹­αŒ‹αˆ© αŠ₯αŠ“ ለαŠ₯α‹«αŠ•α‹³αŠ•α‹± αŒ“α‹°αŠ›α‹Ž αˆˆαˆšαŒ‹α‰₯α‹Ÿα‰Έα‹ αŠ₯αŠ“ αˆˆα‰°αŒα‰£αˆ«α‰Έα‹ αŒ‰αˆ­αˆ» α‹«αŒαŠ™α‘

የαŠ₯αˆ­αˆ΅α‹Ž αˆͺፈራል αŠ αŒˆαŠ“αŠ
https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r_543431296 🎁

Address

Dire Dawa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Koomartikeet Haroo Sabbuu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Koomartikeet Haroo Sabbuu:

Shortcuts

Share

Category