Yesuus hundumaaf karaadha

Yesuus hundumaaf karaadha

Share

Barnootaaf

13/07/2022

Manni keef Alli kee kolfaaf gamachuudhan haa guutu oromoo koo

12/07/2022

Kanaafis nuyi dubbii hafuuraa warra hafuuricha argataniif waan hiiknuuf, isa dubbannu barsiisa hafuurichaatiin malee, barsiisa ogummaa namaatiin hin dubbannu*.
Qorontos Isa Duraa 2:13

09/07/2022

Dubbii isaa ergee isaan fayyise, boolla du'aa keessaas isaan baase.
Macaafa Faarfannaa 107:20

Kanammoo warra waaqayyoo boolla du'aa keessa baasetu beeka

29/06/2022

Bara baraan maqaa kee waamuu hin saalfadhu! Si waaqessus hin dhiisu yesuus koo

Want your school to be the top-listed School/college in Dilla?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Address


Ambo
Dilla
_

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00
Tuesday 09:00 - 17:00
Wednesday 09:00 - 17:00
Thursday 09:00 - 17:00
Friday 09:00 - 17:00
Saturday 09:00 - 17:00
Sunday 09:00 - 17:00